Ilupost
05/09/2025
Moyika TilahunMezgabu Tekalign KiyyaaQarshii 100 qofaan deeggarsa namoomaa taasisaa.
Ijoollee kana lamaan namni hin beekne hin jiru .
Moyika Tilahun fii Mezgabu Tekalign Kiyyaa yaadaa qajeelaa qabatanii dhufanii jiru.
Innis Chaaleenjii qarshii 100 ti,Garuummoo abbaan fedha qabdanu isaa olis deeggaru nii dandeessu.
Maallaqni kunis walitti qabamee namoota sababa maallaqa dhabaniif ciisanii du'a eeggataa jiran akkasumallee kanneen sababa hiyyuummaa uffata dhabanii daaran kanneen sababa hiyyummaa osoo barnoota barachuu barbadanuu waan dafataraa fii uffata ittiin bitatan dhabaniif walumaa galatti namoota rakkoo keessa jiran kan ittiin deeggaramaniidha.
Hojii jeraa qajeelaa kanaanis haga ammaatti harmee rakkatanii jiran qaqqabanii deeggaranii jiru.
Maalree guyyaatti waantota xixxiqqootti bashannanaafii kkkf nitti qarshii hedduu baasaa oolaa jirra.
Isuma irraa challenge qarshii 100 kana raawwadhaatii kan rakkateef qaqqabaa.
Namootni maxxansi kun sin qaqqabe yaada qajeelaa kana share gochuudhaan akka nama hedduu qaqqabuuf deeggrsa taasisaa.
Kanneen deeggarsa kana taasistan keessaan nuu erga innis akka namootni arganii wal ilaalaniimallee garaa laafanii deeggaranuuf nu gargaara.
Horaa bulaaa.
Miretu Tilahun an or Mesgebu Tekaliny 1000715075467
05/09/2025
Namootaa challenge qarshi 100 irraatti hirmaataanin galatoomaa jenneera.