HAQA
Gaafilee Kudha afur (14) Kiristaanota irraa deebisaa barbaada.
[1] – Yesus Kiristos osoo mataan isaa RABBIIN ta'ee (Wangeela Maarqoos 15:34) irratti, maaliif “Elo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?” jedhee RABBIIN waammate?
“Elo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?” jechuun Waaqayyo ko, Waaqayyo ko maaliif na dhiifte?” jechuu dha.
[2] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN (Wangeela Yohaannis 8:28) irratti, maaliif “ani isa abbaan na barsiise akkan dubbadhu malee, ofiin homaa akka ani hin hojjennes in hubattu. ” jedhe?
[3] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Yohannis 14:28) irratti, maaliif “abbaan na caala'o. ” jedhe?
[4] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Luqaas 23:46) irratti, maaliif Yesus sagalee guddaadhaan iyyee, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" jedhe?
[5] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Maarqos 10:18) irratti, "Maaliif gaarii naan jettan? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru jedhee dubbataa?
[6] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Yohannis 20:17) irratti, maaliif "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhiin jedhee dubbatee?
[7] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, maaliif akka (Wangeela Maatewos 17:24-27) irratti, dubbatamee jiru qaraxa yookaan gibira kafale? RABBIIN gibira ni kafalaa?
[8] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Maatewos 8:24) irratti, akkamitti hirribni isa qabee rafuu danda'e? Osoo macaafa Faarfannaa 121:4 irratti, RABBIIN hin rafu jedhuu.
[9] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, (Wangeela Luqaas 23:34) irratti, maaliif akkana jedhe; "Yaa abbaa, waan godhan hin beekani'o cubbuu isaanii isaaniif dhiisi!" jedhe?
[10] – Yesus Kiristos osoo RABBIIN ta'ee, akkamitti (Wangeela Yohannis 17:3) irratti, Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara
Yesuus fi Kiristaanummaa
✖️ Kiristaanummaa:
Waaqayyo tokko fi sadii dha.
✔ Yesuus:
Waaqayyo 1 qofa. (Maarqos 12:29)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus Waaqayyodha.
✔ Yesuus:
Ani Waaqayyo miti. (Yohaannis 12:44)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus Waaqa hin qabu.
✔ Yesuus:
Waaqayyoon qaba. (Yohaannis 20:17)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus uumaa malee uumama miti.
✔ Yesuus:
Ani uumamadha. (Yohaannis 5:26)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus raajii miti.
✔ Yesuus:
Ani raajiidha. (Maarqos 6:4) $ (Maatewos 13:57)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus kan ergame malee kan ergame miti
✔ Yesuus:
Ani ergamaa ergamaadha. (Yohaannis 12:49) $ (Yohaannis 7:16)
✖️ Kiristaanummaa
Yesuus samii seenuu danda’a
✔ Yesuus:
Samii seenuu hin danda'u. (Maatewos 20:23)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus guyyaa du'aa ka'uu Waaqayyodha
✔ Yesuus:
Yeroo sanallee abbaa caalaa xiqqaadha. (Yohaannis 8:28)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesuus qoricha biyya lafaati.
✔ Yesuus:
Ani gara Israa'eloota qofatti ergama. (Maatewos 15:24)
✖️ Kiristaanummaa:
Yesus wanta hundumaa gochuu ni dandaʼa.
👇👇👇👇👇👇
M***i menka by afaan oromo
HAQA follow godhaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
959858