Journalist ASHEE

Journalist ASHEE

Share

FBC Afanoromo 16/06/2022

MM Abiy Ahimad hoggantoota Poolisii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dhimmoota garaagaraarratti hoggantoota poolisii waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hoggantoota kanneen waliin dhimmoota Riifoormii Poolisii, Koontiroobaandii fi gochoota seeraan alaarratti mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministeeraarraa argame ni mul’isa.
Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

FBC Afanoromo This is FBC Afan Oromo official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com/afanoromo

Want your business to be the top-listed Media Company in Hirna?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Hirna