Laboratory Technology Ed
09/05/2024
🔬 Exciting news! Join LabTechEd for comprehensive prep on Medical Laboratory Science exams, COC, Exit exam tips, and MLS course insights. Subscribe for valuable resources:
LabTechEd - YouTube Welcome to 'LabTechEd,' your go-to destination for comprehensive education tailored specifically for aspiring medical laboratory technologists. Dive into our...
16/01/2023
Dr Naadiyaa Yimer...
Dr Naadiyaan Doktora dargageettii turte. Kan dhalattee guddatte Walloo kombolchaattidha. 2003 yunibarsiitii jimmaarraa Dr taatee eebbifamte.waggaa lamaaf gammoojjii somaalee keessa erga tajaajilaa turteen booda rakkoo du'aatii haadholee hirdhisuuf barnoota "speciality" ishee "Gadamessaa fi ulfaan" ammas jimmaatti deebitee waggaa 4 barachuun xumurte.
Dirre-Dhawaa,Dasee,Somali🇸🇴 ttii ogummaa isheetiin ummata tajaajilaa turte.yunibarsiitii walloottis barsiistuu Haakimootaa taatee hojjachaa turte.
Balaa tasaa Yeroo tahe mudateen lafeen dugugguuruu dugdaa cabee mudhii gaditti laamshoftee hafte. Kanaanis ogummaa isheetiin tajaajiluu akka itti hin fufneef dirqamteetti.
Kanas yaala argachuuf yaaliin baayyeen taheera garuu hin milkoofne.
Amma isheen kan argamtu finfinnee Hospitaala "Alert"itti yoo tahu,boordiin hospitaalicha biyya alaa deemtee akka yaalamtuuf murteesseera. Kun immoo 22,000USD(1.2 million) gaafata jedhamte.
Kun immoo dhuunfaa isheetti waan hin dandahamnedha.
Dr Naadiyaan fayyitee ogummaa isheetiin ummata keenya akka tajaajiltuuf hundumtuu hanga dandahameen bira haa dhaabannu.
Nadiya yimer seid
1000507299548
CBE
05/12/2022
RABBIIN RAHMATA ISIIN HA GODHU ðŸ˜
إنالله وإناإليه راجعون
"...Ilmaan Oromoo HARARGEE irraa bara 1996 sababa hongeen buqqa'anii Wallagga Bahaa qubsiifaman halkan tokkotti finxaaleyyii Am**raan ajj**f aman kanneen maqaan beekame.
1, Asinaaqe Kaabaa
2,Usumaa’el Dassaalee
3, Umaar Mohammaad
4, Shukuur Mohammaad
5, Zeenit Saayid
6, Mohammed Kaamil
7, Tamaasgeen Malkaa
8, Muhee Daawud
9, Muhammaad Alii
10, Hibiraahim ALii
11, Kaamil Badiiru
12, Ahimaad Kaamil
13, Umaar Alii
14, Warquu Gabisaa
15, Madiina Kaamal
16, Xoobiyaa Kaamal
17, Ibiraahim Alii
18, Taaju Mohammaad
19, Asinaaqe Abaabu
20, Sanii Kaamal
21, Ahimaad Kaamil
22, Samiraa Saayid
23, Faaxumaa Jibiriil
24, Xilaahun Kabaade
Namoota ajj**faman kana keessaa kanneen maatii isaanii waliin wareeg*man:
1. Musaa Alii Usumaan maatii nama 10 waliin
2.Jaamal Damxoo maatii nama 5n waliin
3. Musaa Alii miseensa maatii nama 7 waliin
4. Ababaa Dhufeeraa maatii 6 waliin
5. Musaa Yuusuf maatii nama 5 waaliin
6. Qaasim Siraaj maatii nama 3 waliin
7. Kaamal Fadiluu miseensa maatii 21 waliin
Bakka tokkotti kan ajj**faman tahuun barameera....."
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the practice
Telephone
Address
Harerge