Hamza Toefiq
20/03/2025
Namoonni si jibban/jibbitoonni khee irra hedduun isaanii yeroo sibira jiran nama siif yaadu fakkaatan. carraa gaarii siif hawwan Akka ati bakka guddaa geessu. garuu yeroo si bira hin jirre si duubaa histii sitti godhan hanga Rabbi sitti khadhatan takka akka ati hin milkooyneef.
Ayii ilma namaa🤔🤔
Garuu Rabbiin ilma namaatii miti
Alhamdulillaah🥰
19/03/2025
"Yaa Rabbi Nyaataa fi Dhugaatiin isa dhoorgeetii, magantaa tiyya naaf qeebali" jechuun Soomanni Rabbi dura manguddummaa namaaf dhaabbata.
Yaa Rabbi warra Sanirraa nu nu taasisi
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harer?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Harer