Halaa yeroo

Halaa yeroo

Share

10/06/2025

namaa gadisiisaa wa'een # Galate burka

27/05/2025

Akeeka Jireenyaa beekudhaan Jiraachuu
▬▬▬▬▬▬▬▬
▶️ Namni akeeka uumameef qaba.
↘️ Jechi "akeeka" jedhu, yaada sammuu uumaa (creator) keessatti dursee kan bocamuudha. Sana booda gadi baafamee ijaan mul'ata.

▶️ Wanti ijaan mul'atu, wanta ijaan hin mul'anne irraa dhufe,... Fkn, Namni komputera hojjate tokko dursa fakkaattiin kompiterichaa sammuu isaa keessatti bocama. Sana booda akkuma bocame sanatti ijaan kan hin mul'anne gadi baafamee yoo hojjatamu,... Bareedee namatti tola.

↗️Faayidaa yookin akeeka komputerichi sun uumameef hunda caalatti kan beeku isa uume sanadha.

↪️ Akeeka wanti tokko uumameef hin beeknu taanan dogoggorri itti fayyadamiinsaa ni uumama.

🚩 Akeeka wanti tokko uumamuuf beekudhaaf Jalqaba irratti,... Isa uume sana gaafachuudha.

🎓 Namni gaafa uumamu waan uumameef qaba. Itti yaadamee uumama hundumaa keessaa adda ta'ee kan uumameedha. Aangoo olaanaan kan itti kenname dhala namaati.

▶️ Namni akeeka jireenyaa hin beeku jechuun jireenya hin jiraatu jechuu miti,... haalli jireenyaa garuu adda adda dha.

▶️ Kan kaayyoo uumameef beeku gara sana fakkaatee garri kunis ana hin hafinii dhaan bara ofii waan beekamaa fi bu'a qabeessa hin taanetti xumura utuu hin ta'in xiyyeeffannoodhaan hojjetee milkaa'a.
✓Galatooma
Yoo sitti tolee Share gochuu hin Dagaatin

Telegram: Contact @Chala2391

07/04/2025
Want your restaurant to be the top-listed Restaurant in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

USA
Harar