HMMA Sport
HMMA Sport
HMMA Sport
14/08/2025
3ኛው ዙር የፖሊስ ሜዳ የክረምት በጎ ፍቃድ እግር ኳስ ውድድር ዛሬ ተካሂዷል።
***********
ቦቴ፣ ቄራ እና 11ኛ ብርጌድ በሶስቱ ጨዋታዎች ሶስት ነጥብ ማገኘት የቻሉ ቡድኖች ሆነዋል።
ቦቴ እና ካራ ኤሬር የመጀመሪያውን አጋማሽ 0-0 ቢያጠናቅቁም በሁለተኛው አጋማሽ ቦቴ 4-1 በማሸነፍ በ6 ነጥብ መሪነቱን አረጋግጧል።
ሁለተኛው ጨዋታ የቃላዳ አንባ እና የቄራ ጨዋታ ተካሂዶ ነበር ነገር ግን የመጀመርያው አጋማሽ ጨዋታ እንደተጠበቀው በአቻ ውጤት ቢጠናቀቅም በሁለተኛው አጋማሽ የቄራ ቡድን ራሱን በማጠናከር 4 ጎሎችን በማስቆጠር አሸናፊነቱን በማረጋገጥ ነጥቡን ወደ 4 ከፍ ማድረግ ችሏል። ወጣቱ ብሩክ የጨዋታው ምርጥ ተጫዋች ተብሎ ተመርጧል።
ከቀኑ 9፡00 ላይ የተጀመረው ጨዋታ 11ኛ ብርጌድ እና ጀጎል መካከል የተደረገ ሲሆን በጫወታም ጥሩ ፉክክር ያሳዩ ቢሆኑም በመጀመርያው አጋማሽ 11ኛው ብርጌድ ባስቆተረው አንድ ጎል ሙሉ ጨዋታውን አጠናቁዋል።
ዘጋቢ፡- አነዋር ሸክብ
8/12/2017
14/08/2025
Dorgoommii Tola Ooltummaa gannaa kubbaa miilaa dirree poolisii Marsaa 3ffaan guyyaa Arraa taphoonni 3(sadii) gaggeefamee jira.
*************
Taphoota sadeen gageefamaniin bootte, qeeraa fi birgeedii 11ffaan gareewwan qabxii sadeen milkeefatanidha.
Tapha jalqaba taasiifameen bootte fi khara eerar boqonnaa jalqabaa 0fi0n xumuranis boqonnaa lammaffaa bootteen qindaa’uun botteen 4fi1 injifatee qaphxii isaa 6 godhachuun dursaa ta’u isaa mirkaneefate.taphataan goolii 3 galchee Gurum Mookriyaa taphataa urjii taphiichaa tahuun filatamee.
Taphni (2ffaa)lammadaa gaggeefame tapha qalaada anba fi qeeraa heddu Eegamus taphni boqonnaa jalqabaa akkuma Eegameen qixaan gargar bahaaniis boqonnaa lammaffaa gareen qeeraa of jabeesse deebi’uun goolii 4 galchuun injifannoo isaanii mirkaneeffatan qaphxii isaanii gara 4 guddifatan. Taphatan garee qeeraa Buruuk taphataa urjii taphichaa ta’uun filatame.
Taphni sa'aa booda sa'a 9:00 jalqabe garee jogolaa fi birgeedii 11ffaa wal injifachuuf morkii ciccimaa taasisaniin gareen birgeedii 11ffaa galchii takkittii boqonnaa jalqabaa galchaniin 1fi 0 injifannoo isaanii mirkaneefate.
Gabaasa:- Anawaar Shakiib
8/12/2017
13/08/2025
"Ispoortiin lammiilee fayyaa Oomisha Uumuu fi badhaadhina Hawaasummaa mirkaneessuu keessatti gahee Olaanaa qaba" - Pirezidaantii Obbo Ordin Bedri
*****************************
Ispoortiin lammiilee fayyaa oomishaa uumuu fi badhaadhina hawaasummaa mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Ordin Bedri.
Sagantaa Ispoortii fi Sochii Qaamaa Mass ispoortii Naannoo Harariitti Gaggeeffame
Saganticharratti ergaa kennaniin Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Ordin Bedrii lammiilee fayyaa fi oomishtummaa qaban uumuu fi badhaadhina hawaasummaa mirkaneessuu keessatti ispoortiin gahee olaanaa akka qabu ibsaniiru.
Keessattuu, lammiilee fayyaa fi bu’a qabeessa ta’an uumuun alatti, kaka’umsa hojii hojjachuu fi hojii bu’a qabeessa ta’e akka raawwatan isaan dandeessisa jedhaniiru.
Sochiiwwan ispoortii gatiiwwan nagaa fi gamtaa caalaatti guddisuuf waan gargaaraniif sagantaaleen sochii ispoortii akkasii itti fufiinsaan hojiirra kan oolu ta’uu ibsaniiru.
Ministirri Ministeera Fayyaa Mootummaa Federaalaa Doktar Mekdes Dhaabaa akka jedhanitti, ispoortiin fayyaadhaaf baay’ee barbaachisaa waan ta’eef, aadaa sochii ispoortii itti fufsiisuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.
Itti dabaluunis sochiin ispoortii akkanaa dhukkuboota ittisuu fi fayyisuu danda'a jedhan.
Sagantaa ispoortii kanarratti itti gaafatamaan naannichaa Atoo Ordin Bedrii, itti gaafatamaan Waajjira Walgargaarsa Naannoo Hararii, Atoo Geetuu Weyesaa, Ministirri Ministeera Fayyaa Dr. Mekdes Daba, fi hoggantoonni olaanoo naannichaa fi mootummaa federaalaa biroo hirmaataniiru.
7/12/2017
13/08/2025
"ስፖርት ጤናማና አምራች ዜጎችን በመፍጠር ማህበራዊ ብልጽግናን ለማረጋገጥ አበርክቶው የጎላ ነው"- ርዕሰ መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪ
*********
ስፖርት ጤናማና አምራች ዜጎችን በመፍጠር ማህበራዊ ብልጽግናን ለማረጋገጥ አበርክቶው የጎላ መሆኑን የሀረሪ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪ ገለጹ ።
በሀረሪ ክልል የማስ ስፖርት የአካል ብቃት እንቅስቃሴ መርሀ-ግብር ተካሂዷል
የሀረሪ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪ በመርሀ-ግብሩ ላይ ባስተላለፉት መልዕክት እንደገለፁት ስፖርት ጤናማና አምራች ዜጎችን በመፍጠር ማህበራዊ ብልጽግናን ለማረጋገጥ ከፍተኛ ድርሻ አለው።
በተለይ ጤናማና አምራች ዜጋን ከመፍጠር ባሻገር ይበልጥ የስራ ተነሳሽነትን በመጨመር ውጤታማ ተግባራትን ለማከናወን የሚያስችል መሆኑን አክለዋል።
ስፖርታዊ እንቅስቃሴዎች የሰላምና አብሮነት እሴቶች ይበልጥ እንዲጎለብቱ የሚያስችሉ በመሆኑ መሰል ስፖርታዊ የእንቅስቃሴ መርሀ-ግብሮች በቀጣይነት እንዲተገበሩ ይሰራል ብለዋል።
የኢፌዴሪ የጤና ጥበቃ ሚኒስቴር ሚኒስትር ዶ/ር መቅደስ ዳባ በበኩላቸው ስፖርት ለጤና ያለው ጠቀሜታ ከፍተኛ በመሆኑ ስፖርታዊ እንቅስቃሴዎችን ባህል አርጎ ማስቀጠል ይገባል ብለዋል።
በተለይ መሰል ስፖርታዊ እንቅስቃሴዎች በሽታን ለመከላከልና አክሞ ለማዳን የሚያስችሉ መሆኑን አክለዋል።
በማስ ስፖርት መርሀ-ግብሩ ላይ የክልሉ ርዕሰ መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪ፣የሀረሪ ክልል የብልጽግና ጽ/ቤት ኃላፊ አቶ ጌቱ ወዬሳ፣የጤና ጥበቃ ሚኒስቴር ሚኒስትር ዶ/ር መቅደስ ዳባን ጨምሮ ሌሎች የክልሉና የፌደራል ከፍተኛ አመራሮች ተሳትፈዋል።
7/12/2017
HMMA Sport
09/08/2025
የ2017 የክረምት የበጎ ፈቃደኞች እግር ኳስ ውድድር ዛሬ በፖሊስ ሜዳ ተጀመረ።
*****************
የፖሊስ ሜዳ ውድድር በሁለት(2) የመክፈቻ ስነ ስርዓቶች የተካሄደ ሲሆን ከጠዋቱ 3፡00 ሰአት ላይ ጋላይ ፕሮጄክት እና ናጋ ፕሮጄክት የእግር ኳስ ተመልካቾችን ቢያዝናኑም ጋላይ ፕሮጀክት 3-1 አሸንፏል።
የ7ቱ ቡድኖች ሙሁራን የመክፈቻ ጨዋታ በጉጉት ሲጠበቅ የነበረ ሲሆን የመጀመርያው ጨዋታ በቃላድ አምባ እና ካፌ መካከል ተካሂዷል።
በሁለተኛው አጋማሽ 3 ጎሎች ቢቆጠሩም ቃላድ አምባን 3-1 በማሸነፍ የመጀመርያውን ሶስት ነጥብ ማግኘት ችሏል።
ቡሩክ ኑጉሴ የውጪው ቡድን የጨዋታው ሰው ተብሎ ተመርጧል።
በመክፈቻው ስነ-ስርዓት ላይ ሌላው የሀረሪ ክልል ባህልና ቱሪዝም ኃላፊ አቶ ተዋላዳ አብዶሽ፣ የሐረሪ ክልል እግር ኳስ ፌዴሬሽን ፕሬዝዳንት አቶ ፈቲ
ኤ/ሳማድ እና ሌሎችም ተገኝተዋል።
ዘጋቢ፡- አነዋር ሸክብ
3/12/2017
09/08/2025
Dorgoommii kubbaa milaa tola Ooltummaa ganna diree poolisiitti bara 2017 guyyaa arraa jalqabame.
*****************
Dorgoommiin diree poolisii kun sirna baniinsaatiin taphoota lama(2) kan gaggeefame yammuu ta’u ganama sa'aati 3:00tti pirojektii galaayee fi pirojektii naggaa jiddutti falmii hedduu daawwattoota kubbaa milaa buharrsee gaggeessaniis pirojektiin galaayee 3fi 1 injifachuun xummurame.
Taphnii baniinsaa beektoota gareewwan 7 jidduutti hawwiin Eeggamaa turees taphni jalqabaa garee qalaad ambaa fi garee caffee jidduutti taasifame gareewwan lachuu wal injifachuuf falmii jajjabaa godhaniis gareen qalaad ambaa boqonnaa jalqabaa 1fi 0n dursaa 45nan dura rawwatame
boqonnaa lamadaa gooliin 3 galtuus gareen qalaad ambaa 3 fi 1 injifatee qaphxii sadeen jalqabaa milkeefate.
Taphataa urjii taphichaa garee qalaad ambaa irra Buruk nugusee ta’uun filatamee.
Sirna baniinsaa kanarrattis itti gaafatamaan biro aadaa fi turizimii naannoo hararii obbo Tawaladaa Abdosh,pirezadaantii federeshinii kubbaa milaa naannoo hararii obbo Fatii A/samad fi kanneen biroottis argamaniiru.
Gabaasa:- Anawaar Shakiib
3/12/2017
Click here to claim your Sponsored Listing.