Ibsa Adem

Ibsa Adem

Share

19/12/2025

Namootni tokko tokko waan si gargaaru fakkeessu malee dhugaan si hin gargaaru.

07/12/2025

100%

07/12/2025
07/12/2025

"Milkaa’inni kan jalqabu yeroo naannoo mijataa kee keessa baatuudha".

06/12/2025

Nama namoonni akka fedha isaaniitti kaartaa jireenya isaaniitiin jiraachiisan hin ta'in. Kaartaa jireenya kee bocadhu! Kaartaa kee irratti of ijaari.

06/12/2025

Jireenya tasgabbaa’aa jiraachuuf, qabxiilee armaan gadii irratti xiyyeeffadhu:

1. Yaada fi ilaalcha sirrii qabaachuu: jireenya keessatti yaada gaarii qabaachuun gammachuu fi tasgabbii namaaf kenna. Gochaa fi jecha miidhaa fiduu danda'u irraa of eegu fi dhimma namaa keessa lixuu dhiisuu.

2. Jijjiirama fudhachuu:
Jireenya keessatti jijjiiramni waan hafu miti. Haala jijjiirame sirnaan fudhachuun tasgabbiin jiraachuuf gargaara. Jijjiirama gara guddinnaa yoo argame boonaaf xibaara malee itti fayyadamuu, jijjiiramni gara gadii yoo dhufes obsaaf malaan keessa darbuuf yaaluu.

3. Beekumsaa fi dandeettii qaban cimsachaa adeemu:
Beekumsi yeroo baay’ee walitti bu’insa furuu fi rakkina keessa darbuuf karaa rakkina ittiin furan salphisuun tasgabba’inatti nama geessa. Beekkumsi riqicha ta'ee sibaata. Dandeettiin kee barbaadamaa si taasisa.

4. Beekumsa ofii irratti hirkachuu fi ofitti amanuu:
Yeroo rakkina keessa jirtu of irratti hirkachuun fi ofitti amanuun tasgabbii siif kenna. Jireenya hin raafamne jiraachuuf sigargaara.

5. Fedhii fi dandeetti ofii beekuu:
Wantoota gammachuu yeeroo qofa siif kennan irraa baqachuun, Wantoota sirritti sibarbaachisan adda baafattee beekuu fi irratti xiyyeeffachuun gammachuu siif kenna. Waan fedha kee hin taane dhiibba namaan itti hin lixin. Dandeettii kee malee of hin rakkisin.

6. Hiriyyoota gaarii qabaachuu: Namoota qalbii fi yaada gaarii qabaniin waliin ta'uun nagaa fi tasgabbii argachuuf si gargaara. Hiriyyaan badaan nagaa si dhoowwa. Kanaaf hiriyyaa nagaafi tasgabbii siif kennu filadhu.

7. Qaamaa fi qalbii irratti xiyyeeffachuu:
Seera nyaataa hordofuu fi sochii qaamaa gochuun jireenya tasgabba’aa fida. Qorsa sirrii fayyadamuu, Rabbiin kadhachuu fi haasaa baayyisuu irra cal'isuun nagayaaf tasgabbii qalbii siif kenna.

8. Boqonnaa ofiif kennuu:
hirriba gahaa, yeroo boqonnaa gahaa, fi yeeroo garii kophaa turuun tasgabbii keennaaf murteessaa dha.

23/10/2025

When people can't get what they want from you, they either cut you off, spread lies, or recruit others to hate you. Please ignore them and move up on.

27/09/2025

"Namoota fedhii of jijjiiruu hin qabne jijjiiruudhaaf humnaa fi yeroo kee hin qisaasin."
Halkan gaarii qabaadhaa

27/09/2025

Some habits need to end so that discipline can thrive.

17/09/2025

“God gives food to the bird, but He does not throw it into the nest.”

15/09/2025

If it doesn't happen the way you wanted, it will happen in a better way than imagined. That's the beauty of Allah's plan.

Want your school to be the top-listed School/college in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Harar