Gammmachu show

Gammmachu show

Share

05/12/2023

Sareenis numa dutti gaallis numa deema
Afaan faranjiitiin ammoo akkana:

25/11/2023

Utaalloo (Qufaa) irraa dafnee fayyuuf:
**************
-Boqonnaa gahaa fudhachuu!
-Bishaan ashaboon bulbulanii afaan fi gorooroo lulluuqqatanii (gurgle)
godhanii tufuu!
-Dammaa fi qullubbii adii nyaachuu!
-Waan ho'aa funyaan gararraa ykn Adda keenyarra kaa'achuu!
-Decongestan kan jedhaman kan funyaan cufame nuu banan mana qorichaa irraa fudhachuu!
-Dhangala'aa sirriitti dhuguu!
-Yoo rafnu boraatii (pillow) dabalataa mataa keenya jala kaa'achuu!
-Waan ho'aa dhuguu!
***************
Hub: Yoo funyaan keenya keessaa dhangala'aa baafnu, qaawwa funyaanii lamaan isaa altakkaatti yoo qabne gurri keenya waan miidhamuuf, dabaree dabareedhaan baafachuu qabna!
***************
Fayyaan Faaya

Dr. Hajjii Nagawoo

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Adaama
Harar
0000808