Hudaaf Media
Nama Tola Itti Oolte Shari Isaa Iffarra Sodaachuu ♥️
16/07/2026
🚨 Bu’uuraalee misoomaa ishee irratti doorsisa ga’uuf akeekkachiisa cimaa kennite...
Waajjirri Ajajaa Giddugaleessaa Humnoota Waraanaa Iran Khatam al-Anbiya jedhamu, yoo bu’uuraalee misoomaa murteessoo Iran irratti haleellaan kamiyyuu raawwatame, deebiin isaa guddaa ta’ee bu’uuraalee misoomaa biyyoota naannoo sanaa irratti xiyyeeffachuu danda’a jechuun akeekkachiiseera.
Iran akkasumas, humni waraanaa alaa kamiyyuu Daandii Bishaanii Hormuz (Strait of Hormuz) keessatti socho’uu akka daangaa diimaa (red line)tti ilaalamu irra deebi’uun ibsiteetti.
Iran jechuun, yoo haleellaan bu’uuraalee misoomaa ishee irratti raawwatame, humnoonni waraanaa ishee deebii caalaa cimaa fi balaa guddaa geessisu kennuuf akka deebisan himteetti.
Haalli naannichaa yeroo ammaa baay’ee dhiphataa fi yaaddessaa ta’ee itti fufee jira.
15/07/2026
2007 🆚 2026. 😍
Click here to claim your Sponsored Listing.