Islamic Network

Islamic Network

Share

08/06/2026

Say Masha allah ❤️

75 million views
"Unveiling History: 4,500-Year-Old Tunic at Egyptian Museum"

07/06/2026

🧭🏵Dr Zakir Naik....
yeroo tokko Haasa’a isaa keessatti akkas jechuun dubbatee ture.

🍀wanti beekkamuu qabu addunyaa kana irratti dureessa ykn abbaa qabeenyaa 1ffaan eenyu jedhanii osoo na gaafatanii deebiin koo hin beekamuudha.

🍀Sababni isaa Akka amantaa Islaamaatti of garsiisuun dhoorgaa waan ta’eef, warroota qabeenya isaanii Ulfeessanii himuun Agarsiifachuun hin Hayyamamneef baayyeetu jira kanaafi.

🍀akkasumas Namni bareedaan addunyaa kanaa eenyu yoo naan jedhanis hin beekun jedha. Warri sadarkaa irra kaa'ame sun warra of beeksise qofa. Kan Beauty Contest (Dorggommii bareedinaa) irratti hin hirmaanne osoo hirmaatee ammoo hunda caaluu danda'u hedduu mana keessa jira, fakkeenyaaf Dubartii Hijaaba,Niqaava Uffattu Tan Dorgommiin Of Agarsiisuu Qaama ofii garsiisuu Irratti Hirmaachuun hin yammamneeftu jira waan ta’eef…!

🍀Waluma galatti Aamma Abbootiin Qabeenyaa 1ffaa 2ffaa jedhamuun akka addunyaatti kanneen himaman beekkaman kun Warra of beeksisee Qabeenya ofii Na argaaf Himatee galmmeessifateedha.

🍀Bareedduu fi Bareedaa Modeela Addunyaa kanneen jedhamaniis akkasuma warra Of garsiisee of beeksiseedha akkasittin deebisa jechuun dubbate!


🍀Raka'aa Lama Kan fajrii durattii Salaatamu Addunyaa Fi Waan isii keessa Jiru guutuumattii Caala Jedhan Ergamaan Rabbii Nabii Mohammed
S A W❤️
Hadiisni kun Sahih Muslim keessatti gabaafame (Hadiisa Lak. 725)
Kana gootee taanaan
Ati Irra dureessa Ilma Namaati

Ergaa gaarii Kana share Godhaa Obboleeyyan keessaniif qoodaa Aksiyoona keyrii Bitadhaa

Dr Zakir Naik Rabbiin Aafiyaa waliin umrii isaa Nuuf haa dheeressu.



✍️ Daily Islamic reminders

04/06/2026

Say Masha allah ❤️

75 million views
"Unveiling History: 4,500-Year-Old Tunic at Egyptian Museum"

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Mekka
Addis Ababa