Baaroo Tumsaa

Baaroo Tumsaa

Share

30/05/2026

Facebook challenge🥰
Follow Nama jedhe Qofa Follow Godhi🥰Warri kan dhisa✍️

02/09/2023

allahuu akbar

Sababa Allaahu Akbar jedheef dirree kubbaa irraa hari'ame
~~~~~
Taphataan sarara fuulduraa garee OM jedhamuu Enzo Sternal dorgommii Montaigu irratti erga goolii galchee booda gammachuu isaa ibsachuuf barreeffama Allaahu Akbar (Rabbi guddaadha) jedhu afaan Ingiliffaatiin ''Allah is great" jedhu kan tishartii isaa kan jalaa irratti katabame agarsiisuu isaa hordofee federshiiniin kubbaa miilaa Faransaay taphataa kana dirree kubbaa miilaa irraa hari'eera.

Biyyi Faransaay biyya amantaa islaamaafi muslimotaaf jibba guddaa qabduudha. Yeroo baay'ee Fansaayitti Qur'aanni ni gubata, maqa balleessi Islaamaafi Muslima irratti ni gaggeeffama. Tibba kana ammoo abayaa uffatanii daree barnootaa seenuun akka hin danda'amne Faransaay seera baasuun isii niyaadatama.

Yoo sitti tole share gootu malee bira hin kutin JZK

Follow Godhaa👉 Baaroo Tumsaa

28/08/2023

Galatoomi.

Gad aantummaan saba keeti ciisa si dhoowwite halkaniif guyyaa sarbamuu mirga dhala namaa addunyatti osoo himtuun anis guddadhe mana hidhaa keessatti darbamte yeroo dheeraa turte ijji kee achi keessatti si dhukkube roorroon hamman hin ja'amne maati keetirratti taate ilmoo silaa si hammattee jiraatuu qabdu sababa ati mana hidhaa jirtuuf sanii nyaata qabdu hammattee osoo sitti daddeebituu karaa kanarratti guddatte. umrii kee cinaa dukkuna mana hidhatti fixxe yeroo silaa saba of hubachiftani warra gabroonfatoota aangorraa hartani teessoon oromotti dabarfamu fulli keessan gammachuu sooratuu jalqabe san booda roorroon durii bifa jijjirattee isinitti duulte nama guddaa oromoon jaalattu haacaaluun du'e galanni keessan qilee bu'e qaamni keessanis mana keessan isa durii kan ilmaani fi haadha manarraa adda isin baase gola namummaa hin beeyne gola oromummaa hadheeffattutti deebifamtan waggaa haga tokko achi keessatti dabarsitan
sadarkaa haasa'uuf yeroo kaatu dhukkubsattee kufuu irra geesse saba kanaaf wanni ati taate tilmaama oli arra yeroo moora siyaasaa keessaa bahe jattu murti tee ajaa'ibus ati waan sirritti itti yaadde itti amante qofa waan gootuuf maaliif tahe ja'ee si gaafachuuf humna qabu garuu onnee teenya keessatti gaggeessa barri fi birriin hin jijjiirre akka taate kabajaan siif himna akka ati nu jaalatutti si jaalatuu baannus kabajaan nuti siif qabnu onnee teenya keessa bara baraan jiraachifna
sabni kun isin jaalata abdi obsa amanamummaa sabboonummaa gaarummaa gocha keessanirra hubatanii jiruu deemsi dhugaa barbaachaaf godhamu maal akka namarraan gahus nu hubachifte jirta hedduu galatoomi.

Abdii osoo kutatin ganamaaf galgalaa
Qabsoo cimaa goote yaa obbo baqqalaa.
Murteessitus fagaachuu
onnee teenya keessa hin dhiiftu jiraachuu.
Si jaalanna arraaf borullee
Wanni ati yaadde numa taha turullee.
Akki kaleessa hin deebi'u garuu
Garree jirra wanni dhufe akka taruu.
Galatoomi dhugaa riqicha bilisummaa
Dugugguruu oromummaa
Mallattoo tokkummaa.

17/08/2023

Baga gammadde
Goota koo

Want your business to be the top-listed Business in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Harar