Afandi Rashaad

Afandi Rashaad

Share

14/10/2022

Hundii Jireenya Jalala Keerumaafiin Bana

14/10/2022

Afandi Rashaad

ilma gaafa xiiqiti. Gaafa guyyaan nutti dukkanaa’e ija keenya jamsan nyaatan gaafa hayyoota keenya hidhaatti naqan, dursee kan nu qaqqabe Wellisaa keekiyyaa Badhaadhati. Walleen isaa “Barraaq” jedhu giimii abiddaa hin dhaamneedha.

Sana asittis walleewwan akka ‘Madaqoo, Gingilchaa’, amma ammoo Wallee Warraaqsaa ‘Barii’ jedhuun dhaamsa jajjabaa qabun dhufeera.

Keekiyyaan muziqaa Oromoo, nama jabaa ilmaa gaafa xiiqiti.

https://youtu.be/2Tw1P5zoHRM

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Culinary Team

Attire

Website

Address

Afandi Rashaad
Harar