Hin Cabsin Riqicha

Hin Cabsin Riqicha

Share

28/06/2026

🌳🖊Qaamni kee yoo bare, wallaahi suusii sitti taha. Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Akkana jedhan namni wan kheeyrii tokko namatti garsiisee Rabbiin karaa jannata isaa garsiisuu malee hin hafuu jedhaa 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐋𝐢𝐤𝐞♥️ 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚
•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 suusii hamtuudha! Al-tokko eegallaan keessaa bayuun ulfaataadha.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Yoo hojjachuun suusii sitti tahe jiruu tee keessaa BARAKAAN guutumatti fuudhamti. Wanni harki kee xuqe kamtuu BARAKAA hin qabu.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Qalbiin tee tasgabbii hin arkattu. Yeroo hunda miira gad-aantummaatu sitti dhagayama.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Eega bultii ijaartellee hojjachuun itti fufa. Maaliif Jaarsa fi jaartiin hedduun cheating walirratti hojjatan sitti fakkaata!
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Walumaa galatti, hojjachuun duniyaa fi aakhiraa tee balleessuu dandaya.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Anaa fi ati Kan barruu tana Haga xumuraatti dubbisees irraa Rabbi nuhaa tiiysu 🤲😭
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 follow gochuun_obbollewwaan_kessaan_Keeyriti_shaarakaa_ Gorsaa and DaعWaa hadisa Rāsūūlla ۞ﷺ۞ mimmiidhagoo jechootaa gaggaarii jechootaa Mimmi'aawoo baballisaa 💞
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Asumaan Nabiyyichaa ۞ﷺ۞ Iràti Sålawãta
busuu hin dagatinaa Yaa gabrootaan Rabbii
اللَهُمَّ صلِّ وسَلِم وبَارِك على سيدنا مُحمَّدْ ﷺ
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••

28/06/2026

🏵🧭Tarkaanfiilee Ijoo Saddeet Kan Amala Gaarii qabachuu kee Ibsan

🍀Yuusuuf bin Asbaax (Rahimahullaah) akkana jedhan:

🍀1.Mormii hin barbaachifne hir’isuu:
Wal-falmii faayidaa hin qabne keessaa of qusachuu
🍀2.Haqaan murteessuu: Lubbuu ofiis tahee
Namoota keessatti haqa murteessuu

🍀3.Dogoggora namootaa hordofuu dhiisuu:
Hanqinaa fi hir’ina Qoqqotanii wal jala bu'uu lakkisuu
🍀4.Waan badaa mul’atu sirreessuu:
Dogoggora argame karaa gaariin sirreessuu yookaan haguuguu.
🍀5.Sababa namaaf barbaaduu (uuzrii):
Namootaaf kaa'uu sababa gaarii uumuudhaan waliif irra taruu
🍀6.Hir’ina ofii irratti xiyyeeffachuu:
Hanqina ofii beekuu irratti hojjachuu; kan warra kaanii dhiisuu.
🍀7.Namootatti fuula gammadaa fi seeqaa taheen waliin jiraachuu
🍀8.Dubbii lallaafaa (mi’aawaa):
Jechoota gaarii fi nama hin miineen haasawaa dabarfachuu.....
🤲Warra Haala gaggaarii hunda guttatee kan Miizaannii Isaanii guyyaa Qiyaamaa Ulfaateef Nu Haa Taasisu

Share godhaa Obboleeyyan keessaniif qoodaa

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Ciro City
Harar
WEN