Irbuu
Jajjabeen jajjabee
Shurrubbaan toora tooraa
Dadhabee hagabee
Hundumaan sooraa jooraa
"Jajjabee shurrubbaan toora tooraa"
Jaal Eebbisaa
22/05/2026
20/05/2026
Warri baayyachuu fi dachaan dabaluun keenya isin gubu, jalqaba rakkoo keessan waraqaa irratti barreessaa. itti aansee immoo waraqicha irraa xiyyaara tolchaa ti ✈️✈️✈️🛩🛩🛩 ittiin taphadhaa 🤣😝🤣😝
14/05/2026
Xiiqeffataan ilmaa muuxannoo jireenya gabrummaa irraa fudhateen irree isaa cimsee galaana gabrummaa gogsuuf riqicha tahee dhaaba isaa ceesisuutti amana. Jibba of tuulummaa fi of qolummaa sirni alagaa ittiin Oromoo humna dhabsiise of keessaa haqee,ilaalcha oromummaatiin qaawwa saba isaatti baname cufaa deema. Tokkummaan humna Boombiif Taankii gabroomsaan dhaadatuun caalaa falmattoota kaayyoo dhugaa imalchiisuudha.
Sammuun ijaarame,sabaan durfamee sabarratti hojjata osoo hin taane, jaarmaya cimaa saba dursee deemu ijaara. Kan argaa jirrus kanuma!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
| Tuesday | 12:00 - 23:00 |
| Wednesday | 12:00 - 23:00 |
| Thursday | 01:00 - 17:00 |
| Friday | 01:00 - 23:00 |
| Saturday | 12:00 - 23:00 |
| Sunday | 01:00 - 23:00 |