Harargee File

Harargee File

Share

26/05/2026

Eid Mubarak!

Warra Barana kan Bara hedduu nuu haa taasisu!

26/05/2026

Eid Mubarak 🎊🐏

25/05/2026

Dhaddeen Rimayaan Badde sun tana kunoo 🤣🤣🤣

Maqaan :👇

➡️Xaliilee ❌️

➡️Ittillee✅️

Photos from Harargee File's post 25/05/2026

English Premier League football competition, which has a high viewership all over the world, including Ethiopia, has come to an end this season. , which has not been able to win a trophy for 22 years, has won the trophy. " Success is not only a talent, but also the result of patience and process! " Arsenal did not stop its journey when it was in despair after losing the trophy a few times in the past years. Instead, it used yesterday's mistake to correct today and yesterday's failure as fuel to rise even stronger tomorrow. This journey teaches us that the biggest thing is that success is not only a talent, but also the result of patience and process. The greatest strength is not in never falling, but in being able to rise up without giving up every time you fall.

23/05/2026

Bar Ajaa'iba 🤷

23/05/2026

Wancaa Adunyaa guddattoota Urmii 17 Gadii Qatar tti Geggeeffamu deemuf darbuuf jecha Morkiin Gareen Biyyaalessa Ethiopia 🇪🇹 VS Mozambique 🇲🇿 waliin taasisuu Sa’aa 1:00 NLT tti eegaluun taphatamaa jira ,tapha kana Ethiopia gooli A. Daqiiqa 16 irratti galcheen duursa jirti 👏

22/05/2026

🧐

AashaDhiiree tana gaafa isiin jechaa turree san .."nuuf taha" jechaa warri wacaa turtan sun arra eessa jirtan?

Mucaan Durriyyeen kun keessa Du'a'i tiin isin seenee amma kunoo Saffara keessa Oromoo Baha fakkessa jedhee Beera guurratte Balaaqalaa Walitti borcaa oolaa.

Mee amma Aadaa teenya wanni *injir*en gurra it*illee tun wanni laaqxuuf ni jirti ? Isintu haada gadhiise Dha**ee rimayaan Bad*e tana ,kanaaf warri wak*baa isaatin gurra nu ooww*saa baatan sun nurraa gorfadhaa teessan !

Photos from Harargee File's post 22/05/2026

Biyyoonni addunyaa kun hundi akkuma midhaan nyaataa Oomishatanitti miidhaan galii maallaqaa ittiin arkatan ( Industrial Crops/ Cash Crops ) jechuun beekkamu Oomishan. Keeysattuu biyyoonni Ardii jiddu-gala bahaa warshaa daran Miidhaan galii maallaqaa ( Cash Crops) ka ja'amu kanaan jireenya isaanii gaggeeyfatan.

Midhaan biyyoonni jiddu-gala bahaa Oomisha galii maallaqaa ittiin keeysaa tokko muka Zeetii ( Oil Tree ) dha. Biyyoonni hundi akkuma lafaa fi haala qilleensa lafa isaaniitiin midhaan galii maallaqaa ittiin arkatan Oomishan.

Haaluma kanaan biiyti teenyaas biyyoota warshaa gayaa hin qabne keeysatti tan ramadamtu hoggaa taatu, Oomisha midhaan nyaataa cinatti Midhaan galii maallaqaa ittiin arkattu Bunaa fi Jimaadha.

Galiin Jimaarraa arkamu akja biyyattiitti harka 40 ( 40%) kan cufu tahuun isaa beekkamaadha. Kanarraa kan ka'e mootummaan haala mijjeeysee galiin Jimaan kana caalaa akka dabalu fuula Miidiyaa hawaasaa kanarratti dubbachaa turre.

Amma ammoo waan gatiin dabaluutiimitii biyya keeysattuu akka hawaasni keenya bakka barbaadu geeyfatee hin gurgurranne shiftaan adabamaa jira. Keellaa guute cinatti shiftaan qawwee hidhate ummata saamuun jireenya ummata keenyatti hadheeysaa jira.

Hoggaa odeeyfannoo keeysaan nu geeysu laalle Adaamaa fi Asaboot jidduu mootummaa biraa bulchaa jira fakkaatti. Osoo haalli kun kana daran hin hammaanne mootummaan itti yaadee rakkoo hawaasaa tana furu qaba.

Kan asii gaditti mullatu kun huurkaa ummata keenyaa tan shiftaan gatii dhabde. Hawaasni akkana tahaa jiru maaliin ilmaan haa barsiisu ? maaliin gibira haa kafalu ? Itti yaadaa janna.

22/05/2026

😂🔥 AFAAN WARRA TIKTOK GARA AFAAN HAWAASAATTI! YEROO HIKKAMU🔥😂
​*********************************
​📌 “Guys boru geemaan (game) qaba…”jachuun
👉 “Jara keenya boru gumaataan mana kiyya kadhadhee, afooshaan tiyya takka narraa hin hafinaa!” jechuudha! 😭💸

​📌 “Family Challenge naaf kenname…” jechuun
👉 “Maatiin koo silataan hidhadhee, dhiphadhee jiraatii na quba qabaadhaa!” jechuudha. 💀😂

​📌 “Giftaroonno bakka qabadhaa…” jachuun
👉 “Yaa kaa Rabbii… yaa ta Rabbii na bira hin dabrinaa, xiqqollee taatu dhoortoo na darbadhaa!” jechuudha! 🤲🤣🎈

21/05/2026

Barri Kan

Photos from Harargee File's post 21/05/2026

Dachee miidhagdu Oromiyaa Bahaa !
@

Want your business to be the top-listed Media Company in Dire Dawa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Dire Dawa