Manche Fans
Dandeettii addunyaan dinqisiifattu, garuu booyicha milkii dhabuu! ๐๐ง๐ท
โImimmaan Neymar Jr. dirree irratti dhangalaasu kun gadda nama hundaati. Goota dandeettii dhugaatiin tapha miidhagsu, kan yeroo hunda onnee isaa guutuu biyya isaatiif kennu. Inni dandeettii dhuunfaa morkataa hin qabne qabaatus, milkichi yeroo dhowwatu imimmaan kun ni dhufe.
โGidduu kanaan injifannoo argachuu baatus, dandeettii fi seenaan inni kubbaa miilaa keessatti hojjete yoomiyyuu hin badu. Kubbaan miilaa yeroo tokko tokko akkasuma; dandeettii kee hunda gadi dhangalaastee odoo jirtu carraan sitti garagaltee si boossifti. Ati ammas goota onnee keenya keessa jiru dha, Neymar! ๐โจ "
11/06/2026
Har'a dhimmi nama dhibu tokko EPL'n baasee jira. Tapha Arsenal fi Manchester United gidduutti godhame, isa Yuunaayitiid 3:2n injifatte sana, "Best Game of the Season" jedhee labse!
Mee dhimma kana xiqqoo haa qorannu:
Dirruma isaanii irratti: Tapha kanaan Arsenal dirree isaa (Emirates) irratti harka kennate.
Goolii sadii guutuu: Barana Manchester United qofatu goolii 3 itti galchee isaan 'humble' godhe (isaan cabse).
Mo'ataa Liigichaa? Eeyyee, Arsenal barana waancaa fudhatus, taphni isaan itti qaaneffaman (salphatan), kan Yuunaayitiid afaan qabachiisee sun garuu tapha barichaa tokkoffaa ta'ee madaalameera! ๐๐
Arsenal waancaa haa fudhatu malee, taphni isaan irratti humble ta'an irra caalaa attention argatee jiraa! ๐๐คฃ
07/06/2026
Gabriel mangasha๐คช
29/05/2026
๐ดHow many of them Should stand up for EL magnifico?๐คโช๐ด
Manchester united
fans ๐๐๐๐๐๐
follow this page
17/05/2026
๐๐ผ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐
๐
๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐! โค๏ธโ๐ฅ๐๏ธ
Next stop: ๐๐ก๐๐ฆ๐ฉ๐ข๐จ๐ง๐ฌ ๐๐๐๐ ๐ฎ๐ ๐๐จ๐จ๐ญ๐๐๐ฅ๐ฅ. ๐ช๐บ
13/05/2026
๐ด ODUU ADDEESSAA: MICHAEL CARRICK NI TURAA?
โGumiin "Manche Fans" akkam jirtu? Oduu qilleensa irra jiru kanaan isiniif dhufeera.
โMichael Carrick leenjisaa dhaabbataa Manchester United ta'uun akka itti fufuuf waliigaltichi sadarkaa dhumaa irra ga'ee jira. Carrick yoo mirkanaa'e waliigaltee haaraa ni mallatteessa. Kunis kan ta'eef, hogganoonni kilubichaa, boordiin fi taphattoonni hundi leenjisichatti amantii guutuu waan horataniif.
โYaada koo:
Carrick erga dhufee jijjiiramni garee keenya irratti mul'ate baay'ee namatti tola. Taphattoonni jaallachuu qofa osoo hin taane, akkaataa tapha keenyaas fooyyessuu danda'eera. Leenjisaa dhaabbataa ta'ee turuun isaa kilubicha gara sadarkaa itti aanutti ni geessa jedheen amana.
โIsinoo maal jettu?
โCarrick leenjisaa dhaabbataa ta'uun isaa itti fufuu qabaa?
โGareen keenya isaan booda maal irratti xiyyeeffachuu qaba?
โYaada keessan comment irratti nuuf dhiyeessaa! ๐
โ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Dembi Dolo