Deder General Hospital Post

Deder General Hospital Post

Share

Photos from Deder General Hospital Post's post 01/01/2021

Jiilli I/A/Bulchaa godina Hararghe bahaatiin duurfamu hospitaa waliigalaa dadar tti argamuun marii Boordii kurmaana 2ffaa gaggeessuudhaan dhumarratti haala kenna tajaajila fayyaa hospitaalichi kennaa jiru kutaalee hundarra deemuudhaan Ciminoota jiru jajjeebeessanii Hanqinoota jiru akka sirraahu mngt hospitaalichaatiif feadback kennanii deemanii jiran.

Photos from Deder General Hospital Post's post 10/12/2020

Gamaaggama Raawwii hojii ji'a Sadaasaa Hospitaala Waliigalaa Dadar keessatti Gaggeeffamee jira

Photos from Deder General Hospital Post's post 23/10/2020

Hello Deder General Hospital team

Want your business to be the top-listed Shop in Deder?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Deder