Fuad

Fuad

Share

Photos from Fuad's post 20/04/2022
Photos from Fuad's post 02/01/2022

Dhimma QEERROO!!

"Qeerroon maalif ka'ee hin fincille"? Gaaffii naamoonni baay'een ofis walis gaafachaa jiruudha! Dhugaadha, gaaffii sirriidhas.

Garuummoo waan tokkotu jira. Qaamonni biyya tana gama ofii fedhetti harkisuu barbaaduu fi akka ofii fedhetti bulchuu barbaadu, Wayyaaneenis, Ama*aarris, warri of dhabee ormaaf ergamu OPDO'nis hunduu qophitti jiru.

Nutis erga Hacaaluun ajjeefamee jawaar fa'as hidhaman booda
Ijaarsaa fi tokkummaa wabii hin qabneen ala, Qeerroo ka'iin kaasanii, taa'iin teessisuun miidhaa akkamii akka dhaqqabsiise gamaggama gooneen ilaaluu dandeenyeerra.

Kanaaf Qeerroon Sana sirreessuuf hojjataa jira.
Qeerroon jira! Ni riphe malee hin rafne. Wabii tokkummaa qabuu fi ijaarsa addaa, kan qilleensi kamuu raasuu hin dandeenyetti jira.

Akkasuma Haala deemu qalbiin ilaalaa, siyaasa biyyattii dhihaa barii gegeeddaramu kana bakkatti deebisuuf haalduree xumuraa jira. Aannan dhakaa osoo hin taane dhadhaa baasu raasuuf qophitti jira!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Bedessa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Oroomiya Biyaa Koo
Bedessa
ZACHWILLBE