FM Gadaa Gujii
08/10/2022
28/09/2022
Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba'aarratti fooyyessi taasifame
*********
Gaazexaa Bariisaa
Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba'aarratti fooyyessi taasifamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa beeksiseera.
Haaluma kanaan Magaalaa Finfinneetti beenzilli liitirri tokko qarshii 57.05 naafxaa adii liitiriin tokko qarshii 59.90 akkasumas keeroosiiniin liitiriin qarshii tokko 59.90 ta'uun ibsameera.
Konkolaattota tajaajila geejiba ummataa hirphi taasifamuufitti gatiin dabalame waan hinjirreef taarifa geejibaa kamuurrattuu gatii dabaluun dhokraa ta'uus ministeerichi ibseera.
Bu'uuruma kanaan Fulbaana 18 bara 3015 halkan walakkaa sa'aatii 6:00 irraa kaasee Finfinneetti haala irranatti eerameen raawwatama.
Gatiin boba'aa kuun akkuma turetti ittifufa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Awassa
WET555