Guumaa Entertainment

Guumaa Entertainment

Share

24/10/2022

Photos from Guumaa Entertainment's post 10/10/2022

πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ‘ˆ
==================
Yuunivarsiitii Hawaasaatti riqichi guddaan campus fuullee jiru sababa hin beekkamnen ijoollee barattootaa qormaataaf garas dhaqan irratti jigee lubbuun nama ba'ee jira jedhan. Ta'us hanga ammaatti lakkoofsi nama du'ee fi midhame meeqa akka ta'e wanti ifa bahe hin jiru.
Miidhaan jiraachuu garuu ifa baahee jira,!

Barattoota keenya waliin haa ta’u rabbi 🀲

09/10/2022

gaafi fi deebii waa.ee nageenyaa

07/04/2022

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Awash?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Awash