Oromia

Oromia

Share

Photos from Oromia's post 01/07/2024

Qondaalli kun Gaazexeessitoota Afaan Oromoo keessaa Gaazexeessaa jabaa bara kanaa keessatti dorgommiif dhiyaateera.

Badhaasa Miidiyaalee fi gaazexeessitoota dorgomsiisuuf dhiyaate kanaan Miidiyaaleen Oromoo Miidiyaalee naannooti jedhame hafus bakki banaan tokkichi argamee dorgomaa tokko uummanni dhiibbatee galcheera.

Badhaasa damee filannoo Uummataa jedhamee baname kana jala amma Gaazexeessaa Anwaar Jamaal sagalee haga barreeffama kana ani barreessutti kennameen sadarkaa 2ffaarra jira. Damee kanaaf sagalee uummanni kennu qofatu madaala kaasa jedhameera.
Kanaaf geessituu(link) kanaan seenaatii Anwaar Jamaaliif sagalee kennaa 👇

https://ethio-mediaaward.com/%e1%8b%a8%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%a5-%e1%8c%8b%e1%8b%9c%e1%8c%a0%e1%8a%9e%e1%89%bd-%e1%8b%98%e1%88%ad%e1%8d%8d-%e1%8b%a8%e1%88%85%e1%8b%9d%e1%89%a5-%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%ab-%e1%89%a5%e1%89%bb/

Photos from Oromia's post 01/07/2024

Qondaalli kun Gaazexeessitoota Afaan Oromoo keessaa Gaazexeessaa jabaa bara kanaa keessatti dorgommiif dhiyaateera.

Badhaasa Miidiyaalee fi gaazexeessitoota dorgomsiisuuf dhiyaate kanaan Miidiyaaleen Oromoo Miidiyaalee naannooti jedhame hafus bakki banaan tokkichi argamee dorgomaa tokko uummanni dhiibbatee galcheera.

Badhaasa damee filannoo Uummataa jedhamee baname kana jala amma Gaazexeessaa sagalee haga barreeffama kana ani barreessutti kennameen sadarkaa 2ffaarra jira. Damee kanaaf sagalee uummanni kennu qofatu madaala kaasa jedhameera.
Kanaaf geessituu(link) kanaan seenaatii Anwaar Jamaaliif sagalee kennaa 👇

https://ethio-mediaaward.com/%e1%8b%a8%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%a5-%e1%8c%8b%e1%8b%9c%e1%8c%a0%e1%8a%9e%e1%89%bd-%e1%8b%98%e1%88%ad%e1%8d%8d-%e1%8b%a8%e1%88%85%e1%8b%9d%e1%89%a5-%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%ab-%e1%89%a5%e1%89%bb/

01/07/2024

Finfinne on track to become the pulsing heart of Oromia
The most crucial aspect is to maintain authenticity!

Oromia

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Region
Addis Ababa