Ijoollee Ifaa
Yoh3:36Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee” jedhe.
Yoh3:16 “Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!
15/08/2025
Erga yihuudaan yesuusiin gurguratee ofii isaatii immoo of ajjeesee eenyutu iddoo isaa bu'e?
Yoh3:16
Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!
Oolmaa baay'ee narraa qabda
Click here to claim your Sponsored Listing.