Aweke Solomon

Aweke Solomon

Share

24/11/2023

! #ይገምቱ #ይሸለሙ!

Peep Gaardihollaa moo Jargeen Kiloop? Eenyutu mirgaan gala laata?

Taphoota Piriimiyeer Liigii torban kana taphataman keessaa taphni Maanchistar Siitii fi Liveerpuul tilmaama olaanaa argateera.

Taphni Piriimiyerliigii Ingilizii torbee 13ffaan kunis Etihaaditti Sanbata guyyaa sa’aatii 9:30’tti gaggeefama.

Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa: 👇👇👇
1. Tilmaama sirrii sanduuqa yaadaa (comment section) jalatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu.
2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu.

Carraa Gaarii!

ፔፕ ጋርዲዮላ ወይስ የርገን ክሎፕ? ጨዋታውን ማን ያሸንፋል?

በዚህ ሳምንት የእንግሊዝ ፕሪሚየር ሊግ ጨዋታዎች መካከል የማንቸስተር ሲቲ እና ሊቨርፑል ከፍተኛውን ትኩረት አግኝቷል። ይህ ጨዋታ በኢቲሃድ ቅዳሜ ከቀኑ 9:30 ላይ ይካሄዳል፡፡

የዚህን ጨዋታ ዉጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችን የኦሮሚያ ባንክ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

የዉድድሩ ህጎች፣ 👇👇👇
1. መልሱን በሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment Section) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም ፡፡
2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡

መልካም ዕድል!

Profile pictures 06/11/2021
Want your business to be the top-listed Finance Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa