Hagere Event and Promotion
04/10/2025
our performers
04/10/2025
Oofkalles Milkoomnes.
Keessumaa waan kun akka milkaa’uuf Biiroon aadaaf Tuurizimii Oromiyaa dhaabbilee mootummaa kan naannoo oromiyaa fi finfinnee qindeessuun Oomishaaleen adda addaa akka expo keenyaaf dhiyaatan tunmsi gootan baay’ee guddaa waan ta’eef hedduu galatoomaa🙏🙏🙏
Itti aansuun qaamoleen nageenyaa, hojjatooti giddu gala egzibiishinii finfinnee deeggarsa wal irraa hin cinne nuuf taasiftaniif ulfaadhaa 🙏
Dabalataan dhiyeessitooti fi daldaltooti hundi maamiltooti fi doo’attooti baareedinni sagantaa kanaa isiniin waan ta’eef galatoomaa 🙏
Dhuma irratti gareen dhaabbata keenya Hagaree event and promotion nuffii fi dadhabbii tokko malee alkan guyyaa osoo hin jenne. Dheebonne beelofne osoo hin jenne milkaa’ina sagantaa kanaaf hirmaannaan isin gootan hedduu naboonse. Maqaa kiyyaaf maqaa managementii dhaabbata keenyaan hedduu galatoomaa jedha.🙏🙏🙏
Warri jalqabaa kastanii nufaana turtan, meeshaalee aadda aaddaa dhiyeessuun Dhuftanii bitachuu hirmaattan galata argadhaa.
Hundumaa Ol milkaa’ina sagantaa kanaaf dhaabbileen ga’ee leencaa taphatan
Commercial Bank of Ethiopia
Kegna Beverage Sh.Co.
Dangote cement
Gold water
Ethio telecom
Hedduu galatoomaa Jechuun barbaada 🙏🙏🙏
03/10/2025
I've just reached 3K followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each one of you. 🙏🤗🎉
03/10/2025
Banameera
ተከፈተ
02/10/2025
Join us tomorrow Irreerchaa Gerand Concert at Exhibition Center Meskel Square kicking off in the afternoon and going strong until 6 midnight local time
02/10/2025
Haala Expo Irreecha bara kanaa muraasa
የዘንድሮ ኢሬቻ ኤክስፖ ድባብ በጥቂቱ
01/10/2025
Baankiin Daldala Itoophiyaa
Tajaajilaa Baankii si'ataa fi qulqullina qabuun Baayyina maammilootaan dursaa imala gara fuulduraa kan itti fufe yoo tahu, Baga Ayyaana Irreechaan isin gahe jechaa, Expo Irreechaa guddaa kana Karaa CBE BIRR PLUS gammachuu guddaan Ispoonsara godheera.
Baga Geessan
Ayyaana Gaarii
CBE birr
Bakka jirtan hunda jira.
01/10/2025
Warshaa Simmintoo Dangootee
Dugugguru dugdaa ijaarsa biyya keenyaa kan ta'e warshaan Daangootee Baga Ayyaana irreechaa nagaan geessan jechudhaan Expo Irreechaa guddaa kana Sponsara godheera.
Simmintoo qulqullina qabu fi dhiyeessi amansiisaadhaan kan beekamu Warshaan kun Uummata Maraan baga geessan ayyaana gaarii jechuun dhaama.
01/10/2025
Waggoota 130f saba guddaa tajaajilurratti kan argamu Ethio Telecom Expo Irreechaa guddaa Sponsara yoo godhu gammachuudhaani
Tajaajila Interneti 5G irraan gahuun mammiloota danuu horachuudhaan adda durummaan dursaa jira.
Kara Telebirriittin Saffisaa fi Amanamummaan daddabarsa maallaqaa si'eessaa jira.
Baga Geessan Irreecha Milkii
Ethio Telecom
01/10/2025
Click here to claim your Sponsored Listing.