Oromian EMT Association

Oromian EMT Association

Share

27/02/2024

This is Tebita Ambulance's team product that was converted from ordinary to standard Basic Ambulance this week.

"Dial 8035 to save a life in Ethiopia."
ጠብታ አምቡላንስ

Phone 1: +251 911 22 54 64
Phone 2: +251 911 64 16 09
Website: https://www.tebitambulance.com
Facebook: https://www.facebook.com/tebita.ambulance
Telegram: https://t.me/tebitambulance
Instagram: https://www.instagram.com/tebitambulance
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/tebitambulance
YouTube: https://www.youtube.com/
E-mail: [email protected]

Photos from Oromian EMT Association's post 24/10/2022

Lubbuu baraaruuf aarsaan ogeessonni fayyaa keenya hin kafalle hin jiru.
🔑 Hirriba dhabuu,
🔑 jireenya ofiif dursa kennuu dhiisuu, akkasumas haala armaan gadii kanatti lubbuu ofii dabarsanii hanga kennuutti gahuu danda'u!!!
Hawaasa isaani uttu tajajjilaani kan dagaatama ogeessa Yaali arifaachisaa
🔑Konkolachisaa Ambulaansii mindaasa xiqqoodha yoo Konkolachisaa dhunfaan wajjin wal bira qabne
Darbees uttu ijji arguu gurri dhagahuu qaamni namoota kana hojisisuu ogeessa Yaali arifaachisaa kanaf guyyaa tokkof refresh training for infection prevention kan konkolatan keessatti tajajjiluuf yaadachisaa hin godhuuf wagga 7-8 caalisnedhuma hojii kana hojechaa Jira waaqayyoo garuu in arga!
Kun illee galaanaa ce'uudha kan boolla MEEQA lixe haadha cinaa gahu danuudha
Kutannoo qabnu yoomiyyuu hawaasa keenya nitajajjilaa mirgaa keenyas nifalmaanaa ✅

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Basic Life Support
Addis Ababa