Oromia Vision - OV
13/05/2026
🔴Leencoo Lataa, Baaroo Tumsaa fi Badhoo Dachaas wajjiin turan. Baaroo Tumsaa, Badhootu ajjeese. Badhoo hoo eenyuutu ajjeese? Jara sadeen irraa kan lubbuun hafe obbo Leencoodha. Jaarraa Abbaa Gadaa erga jarri lachuu du'an booda sagalee dhukaasaa dhagayee nutti dhufe ja'e obbo leencoo.
Garuu Waggaa 50 guutuu du'a Baarootiif kan komatamaa ture obbo Leencoo osoon tahin Jaarraa Abbaa Gadaati. Obbo Leencoon waggaa 50 guutuu dhugaa jirtu osuma beekuu callisuu filate. Kitaaba isaa kan "Obbo Leencoo Lataa fi Qabsoo Oromoo" je'u keeysatti Baaroo Tumsaa kan ajjeese Jaarraa osoon tahin Badhoo Dachaas akka tahe hime.
Tole! Kan Baaroo ajjeese erga Badhoo tahuu hime Badhoo hoo eenyu akka ajjeese maaliif kitaabicha keeysatti ibsuu dhabe?
https://youtu.be/-FkERdrfwJs
12/05/2026
Iccitii waggaa 50 booda ifa baate. Daawadhaa.
Obbo Leencoo Lataa iccitii waggaa 50 dhooyse ifa baase| Baaroo Tumsaa eenyuutu ajjeese? May 12/2026
11/05/2026
Xiyyeeffannoo OROMIA VISION MEDIA
10/05/2026
🔴
- Obbo Kadir Juhar Kaantiibaa irraa gara Mana Marii bakka bu'oota ummataatti.
- Waa'ee iccitii conference nageenyaa Naannoo Hararii fi Godina Harargee Bahaa jiddutti gaggeeffamtee.
Waan hedduu dhagayuuf jiraattan.👇
🔴Xumura bara aangoo Kadir Juhar - Godina Harargee Bahaa N/Hararii jalatti -May 10/2026
President Jalqabaa Naannoo Oromiyaa obbo Hassan Aliitiif badhaasni addaa kenname.🔗💥
09/05/2026
🔴 Odeeyfannoo guyyaa har'aa Oromia Vision irraa daawwadhaa.
ODUU GAMMACHIISAA: Badhaasa addaa Obbo Hassan Aliitiif - Shira Magaalaa DD deemaa jiru May 9/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
0000