Rakko barzaala
20/05/2023
Giddugala Turizimii fi Aadaa, Magaalaa Haroo ➢
Bishooftuu haroowwan torbaan kan marfamte yoo ta'u, magaalaa guddoo keenya Addis Ababa (Finfine) tti dhihoo kan taate, turistootaaf mijataadha, jiraattonni ishee keessummoota simachuu fi keessummeessuun ni jajamu, magaalaan aadaa babbareedaa Irecha guddicha dabalatee, iddoo qilleensi qulqulluun keessa jiru walii gala Bishooftuu magariisaa magaalaan daldalaa fi boqonnaaf filatamaadha, guyyaa guyyaan keessummoota hedduu simatti.Isheen irra jirti
Kottaa❗️ bashannanaa❗️ invast godhaa️
Harargee
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Address
Oromiyaa
Addis Ababa
ORO
Addis Ababa
ORO