Damee Lemma
03/02/2026
ilaalcha namootaf jedhee eenyumma jijjiramuu hin qabu.โ๏ธ
Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. ๐๐ค๐
02/02/2026
Yeroo tokkoo ni dhufuu
๐Namni waa'ee taatewwaani yeroo itti namaaf ibsuu dhisuu
Jaalatamee ykn jibaame
jedhee yeroo itti yaadu dhisuu.
๐Namoonni naa hubataan naa hin hubane jedhee yeroo itti dhiphachuu dhisuu.
๐Nama gaariifi fayyaada ta'e argamuuf yeroo itti ofii hin dhiphiseen.
๐Namoota biratti beekamatti argachuuf yeroo itti hin dhiphaane yeroo ta'e wayii ni dhufaa.
๐Caalisuu hirriya goodhatee callisa ofiin yeroo itti jiraatuu
Yeroo tokkoo ni dhufaa.
๐๐๐๐
29/01/2026
milkaa'inni akka salphaati dhufuu hin jiru.
24/01/2026
Gaaf tokko wanti hundi ni jijjiirama.
Kanaaf dhugaa jiru fudhadhuu itti fufi.
galatooma๐๐๐
23/01/2026
Diinonni kee akkamitti akka si miidhan yeroo karoorfatan Waaqayyos akkamitti akka isaan dhaabu karoorfachaa jira. WAAQAYYO SIIF GAARII YOO TA'E AMEN.
wanta dhagesse osoo hin tane wanta miira keeti dhagahame Amani.
namni nageenya Kee eegu Fi jireenya ati barbaadu sii jirachisuu danda'u sii qofa!.
๐๐๐
21/10/2025
Addunyaa kana irratti ulaagaa tokko malee wanti gaarii taโe maali? Jechuun gaafata Imaanu'eel kaant yeroo falaasamaa isaa jalqabu.Gaaffii kanaaf deebii ofii isaatif akkana jechuun kenna.
? Lakkii;maallaqni gaarii kan ta'u yoo wanta gaariif oolchine qofa malee maallaqni uummama isaatinu gaarii miti.
? Lakkii.Beekunsi gaarii kan ta'u yoo nama gaarii argate qofa.
? Lakkii isas miti.Gootummaan gaarii kan ta'u yoo kaayyoo gaariidhaaf oole qofa.Fknf Hi**er goota garuu gootummaan isaa gadheedha.
maalinnirree? Kaantiif deebii tokkicha.Addunyaa kana irratti ulaagaa tokko malee wanti gaarii taโe Gaarummaa ykn garalaafina .(Kant 1987:7)
Beekumsi,Maallaqni fi Gootummaan yoo gaarummaa wajjiin taโan humna guddaa qabu.
Galatoomaa
29/06/2025
Goota ija barbaada sagalee saba guddaa sii yaadannaa yeroo hunda
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Address
Addis Ababa