Ahmed Siraj
I got over 100 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉
13/12/2025
Mana murtii Aanaa Gooroo Guutuutti gamaaggamni raawwii hojii gaggeeffame.
Muddee 4/2018
Mana Murtii Aanaa Gooroo Guutuutti Gamaaggamni Raawwii Hojii hanga ammaa hawaasa Mana Murtichaa waliin gaggeeffameera.
Gamaaggamichi bakka Pirizdaantiin Mana Murtii Aanaa Gooroo Guutuu kabajamoo Obbo Kadiir Yuusuf argamanitti kan gaggeeffame yoo ta'u Abbootiin Adeemsa Hojiilee hanga ammaatti akka adeemsa isaaniitti hojjatame, bu'aa argame ,hanqinaa fi ciminoota jiru hammachiisuun kan dhiheessan yammuu tahu ,dhiheessii dhihaate irrattiis mariin bal'aan erga godhameen booda hanqinaa fi ciminoota jiru adda baasuun ciminoota jiran itti fufsisuun hanqinoota mul'atan irratti xiyyeeffaannaan hojjachuu akka qaban kallattii fuula duraa kaayuudhaan gamaaggamichi goolabame.
13/12/2025
Giddu galli dhandhama Buna Gujii eebbifamuun ifatti hojii eegale.
===
Giddu galichi gaaffii bu'uura waggoottan dheeraa Oomishtootaa fi Daldaltoota Buna Godina Gujii kan ture bara mootummaa jijjiiramaatti Abbaan Tayita Bunaa fi Shayii Federaala eeyyama kennuun deebii ummata yeroo dheeraa deebisee ture.
Bu'uuruma kanaan giddu galli dhandhama Bunaa kun eyyamni ergaa kenname booda waan barbaachisu hunda guuttachuun guyyaa har'aa Dareekterri Abba Tayitaa Bunaafi Shayii Federaala Dr. Addunyaa Dabalaa, dabalatee bakka hooggansi Federaalaa,Naannoofi Godinichaa argamanitti ifatti eebbifamuun hojii eegalee Jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa
1000