Scripture Verses Afaan Oromoo

Scripture Verses Afaan Oromoo

Share

29/10/2024

“Inni ofii isaatii garaa namaa keessa kan jiru waan beekuuf, kan biraa dhufee waa'ee nama tokkoo isatti himuu hin barbaachifne.”
— Yoh. 2:25

19/10/2024

“Namni gurri isaa ifata jireenyaa dhaga'u, ogeessota gidduu in jiraata.”
— Fak. 15:31

04/10/2024

"Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, warra barbaades ofitti waame; isaanis gara isaa dhufan. Isaa wajjin akka turaniif wangeela lallabuufis akka isaan erguuf, namoota kudha lama bartoota godhate; (isaan kana warri inni “Ergamoota” jedhee immoo waame). Hafuurota hamoota baasuufis aboo akka isaan qabaatan godhe."
Wangeela Maarqos 3:13-15

05/04/2024

Waaqayyo iyya in dhaga'aa.

04/04/2024

Diinota ko anatti hin gammadinaa!

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Addis Ababa