Teshale Tesgera
26/05/2026
namni waa'ee hin baafne wanta hamaa korata, dubbiin isaas akka ibidda boba'uu ti. Fakkeenya 16:27
08/05/2026
Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!
Yeroon kadhata koo keessatti maqaa kee dha'u hundumaatti Waaqayyo koo nan galateeffadha.
Filemon 1:3-4
07/05/2026
Yammuun taa'ee yaadu jaldeessa koo ???