Jituu

Jituu

Share

12/11/2023

Dhaloonni Ida'amuu adda addummaa kan kabajuu fi tokkummaa kan jabeessu!!

Dhaloonni Ida'amuu dhaloota jibba jaalalaan, muuffii dhiifamaan, waldhabdee mariin bakka buusudha. Dhaloonni kun adda addummaa kan kabajuu fi kan tokkommaa cimsu; finxaalessummaa kan balaaleffatuudha.

Ibsituun isaas sabaa fi gandummaadhan osoo wal hin qoodin onnee gootummaatin tokkummaa biyyoolessaa kan jabeessudha.

Waan kana ta'eef, dhaloota ofittummaa irraa bilisa, gara laafessa, itti gaafatamummaa isaa bahatu, haqummaa fi garalaafummaa qabuu fi kanneen biroo mararfatu ijaaruf itti gaafatamummaa keenya bahachuu qabna.

Kanaaf, walitti hidhamiinsa dhaloota Ida'amuutin wal kabajuu, wal tumsuu, kaayyoo walootif dhaabbachuun biyya keenya Itoophiyaa gara badhaadhina hunda galeessatti ceesisuu qabna.

12/11/2023
Want your business to be the top-listed Advertising & Marketing Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Addis Ababa