Raadiyoo Hamarsan
21/04/2023
Eid Mubarak
15/04/2023
Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna.
Efesoon 1:7
05/04/2023
ELFF+ Waliin Yeroo gaarii turee
Isiin Qabachuu keenyaf ni galateefanna!
+application
03/04/2023
‘’Televijiinni wanna hunda bifa suuraan nuuf kenna ykn nutti agarsiisa, Raadiyoon garuu sammuun keenya miliyoonotaan suuraa akka uumu taasisa!’’
17/03/2023
Beeksisa
Namoonni gaazexessitoota taatan akkasumas dandeettii qophii bashannanaa Raadiiyoo qopheessuu qabdan.Nu waliin akka hojjettan affeerraa keenya!Raadiyoo Hamarsan kan adda isa godhu karaa "Application ELFF+ "jedhamuun addunyaa guutuutti kan tamsa'u waan ta'ef carraa kanatti fayyadamuun qophiiwwan bohaarsoo ta'an garagaraa akka qabattanii nu waliin dalagdan abdii keenya!Karaa Page Raadiyoo hamarsa nu quunnamuu dandeessu!
Gaarii yaadaa,gaarii gaadaa
Haa imallu waliif qoodaa
Raadiyoo Hamrsan!
Click here to claim your Sponsored Listing.