ShegerPress.com
04/05/2023
Haleellaa Saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 19 baràaruun danda'ame
Baatiwwan salgan darban Haleellaa Saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 19 baràaruun danda'amuu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo beeksise.
Baatiwwan salgan darban yaaliwwan haleellaa Saayibarii kumni 4 fi 422 raawwachuu eereera.
Kanneen keessaa kuma 4 fi 272f deebiin laatamu Daayrektarri Olaanaan bulchiinsichaa Salamoon Sokkaan ibsaniiru.
Haleellichi harki caalu dhaabbilee Faayinaansirratti kan xiyyeeffatan ta'uu eeraniiru.
Dhaabbileen Nageenyaa fi Tasgabbii, Miidiyaaleen dhaabbileen mootummaa ijoo ta'anii fi Manneen hojii Ministeerootaa toora xiyyeeffannoo haleellichaa kan turan turan ta'uu ragaan bulchiinsicharraa argame ni mul'isa.
04/05/2023
Magaalaa Bishooftuu Kutaa magaalaa Duukamitti burjaajessitoonni namoota hojii baankii isin galchina akkasumas biyya alaa isin ergina jedhanii gowwoomsaa turan hidhaa cimaa waggaa 9 fii qarshii 5000niin adabaman.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa