Chala Ortho
12/02/2026
'IBA_ILMA_NAMAA!!!
********************************************
Yoo yeroo dabarsuuf olii gadii deemtu hoji_dhabaa siin jedhaπ
yoo dhugaa dubbattee, soba jibbite caq*caa*qqaa sin jedha??
kanuman dadhabeeπ
Yoo hin Fuune maaf hin fuune siin jedha!
Yoo Fuute maaf hin deesiifne siin jedha!
Ijoollee lama yoo qabaatte maaf sadaffaa hin daballe jedha!
Yoo haadha warraa keetiin walitti buute maaf hin hiiktu siin jedha!
Nama taphatu yoo taate odeessituu siin jedha!
Yoo callisaa taate garaatti summii baatta siin jedha!
Altokko tokko taphataa ykn immoo callisaa yoo taate gaararraa siin jedha!
Yaadaan fagaattee osoo nagaa hin gaafatin yoo hafte of jajja siin jedha!
β³Kanaafuuu
Oduu namaaf gurra kee cufatteee imala kee gara fuulduraa...
Yoo sitti tole sher godhi darbiπ
Follow Chala MT
14/01/2026
β€οΈ6β₯οΈ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa