Gaara Abbaa Seenaa

Gaara Abbaa Seenaa

Share

18/02/2026

Visa eessaa barbaadduu? 📥

18/02/2026

Oduu gammachiisaa! Biyyoota alaa deemuu barbaadduu? Eessa deemuu barbaadduu? gatii madaalawaadhaan Isiniif xumurra! Inbox nu qunnamaa

22/02/2025

Eenyutu isinitti mul'ata? Sheer sheer godhaa adaraa follow godhaa page kana

01/01/2024

Gidiraa hunda dandeessanii
Baga bara haaraa
Nagaadhaan geessani!

Dhiiga dhangala'uu
Irraa oofkaltanii
Lubbuudhaan du'uu
Irraa haftanii
Baguma bara kana
Nagayaan geessani!

Bara haaraa kanatti;

Kan maseene hadhalu
Kan adeeme hagalu!

Horaa bulaa!

Sher Naaf godhaa!

31/12/2023

Fuula kana sher sher sher godhaamee Oromookoo! Gaara Abbaa Seenaa

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Addis Ababa
1000