Football Is Game

Football Is Game

Share

07/06/2026

.
🎙️ Thierry Henry waa'ee carraa Bruno Fernandesn Ballon d'Or injifachuu irratti:

↪️🗣️ “Bruno Fernandes yoo Waancaa Addunyaa 2026 keessatti taphataa assist baay'ee kennuun xumuree fi Portugal gara xumura dorgommichaatti geesse, Ballon d'Or irratti dorgomaa cimaa ta'uu danda'a.

↪️Yeroo taphattoota isa naannoo jiran ilaallu... Cristiano Ronaldo, João Neves, Vitinha fi qulqullina garee Portugal guutuu keessa jiru waliin, kubbaa inni dabarsu gara goolii jijjiiran hin dhabatu.

↪️Bruno carraa goolii uumuu irratti sadarkaa olaanaa akka qabu duraanuu ni beekna. Kanaan dura waggaa hunda agarsiisaa ture.
Yoo hojii gaarii kana Waancaa Addunyaattis itti fufee Portugal fageenya geesse, shakkii tokko malee maqaan isaa marii Ballon d'Or keessa ni jiraata.” 🇵🇹👏

07/06/2026

.
Real Madrid Guyyaa har'aa filannoo pirizdaantummaa garichaa geggeessaa jira. Pirizdaantiin garichaa hanga ammaa fiyoorentiinoo peereez morkattoota isaa ni injifataaf tilmaama guddaa argachaa jira.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Sheggar Oromia
Addis Ababa
100122222322422