Caalaa Carcar-CC
Ilmi dhiiraa waan hin dabardine hin qabu 🥲 Ayii yaa biyya ormaaðŸ˜
21/05/2026
Gadda ulfaataa!ðŸ˜
Obboolessi Taayyee Danda'aa Araddoo!! Dereje D Aredo balaa tasaan Addunyaa kanarraa boqatee jira .Hedduu nama gaddisiisa!!ðŸ˜ðŸ˜
Hagan mirkaneeffadhutti dhugaa natti hin fakkaanne nagaan boqodhu DareekooðŸ˜
Duuti yaa baddu!!
19/05/2026
"Mee gurra ergifadhuutii argi
Yoos barta wanta baayyee
Teessumatti hin bareeduu bar
Kan dhaabbata bushaayee"
Abbaa ciigoo Sinishaw Muleta
Sinishaw Muleta BALAALOO new music video (official music video 2026) Lyrics & Melody Sinishaw Muleta Co Producer- Maru Yirga Director ...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Shewa
1230