All ways event
30/08/2025
Preventive mentinance
At Gov't
17/06/2025
Warshaa xaa'oo kan godina ilubaboor Aanaa yaayyoottii argamuu
Mootummaan maaliif akkasitti ilaalaa?
Waarshaan Kun waarshaa dhugaatii Sanaa gadi tajaajila Uummataa kennuu hanqatemoo? Maaliif isinitti dhaga'amuu didee?
yoo waaqayyoon sodaattan yeroo dhiyoo gidduutti Akka xumurtan dhaamsa keenya
Uummatni akkasumaan lafa isaa irraa kaafame maaliif isinitti hin dhagaa'amu
bosonni Uumamaa Kan UNSCOttii galmaa'e Naannoo waarshaa kanaatti argama
waan ta'eef bu'aa hedduu argamsiisa ture
Hoji-dhabdoota hedduuf carraa hojii Uuma ture
Tuuristoota hedduu harkisa ture
**********************************************Akka godina kanaatti Projektoota waarshaa kana booda jalqabamanii gara xumuraa irra gahan keessaa projektoota koliidarii ,daandii baypaasii,buufata xiyyaaraa fa'a
*****Projektiin Kun karaatti hafuun wal qabatee Huwwisa miidiyaalle Akka ta'utti hin arganne
Akkuma dirree kubbaa miilaa (Ambaa meedaa mattuu)kan dhagaan bu'uraa ka'amee achuun hafe sana
Warshaan xaa'oo yaayyoos akkasuma ta'e
***Mootummaaf waaqayyo hin jarjaru Jennee obsine
Click here to claim your Sponsored Listing.