Quluu Media

Quluu Media

Share

15/06/2026

Lola ammaa kana eennutu moohe?

++Waliigaltee kana dura Iraan irra “Complete Sanctions”tu ture. Amma ammoo qoqqobbiileen diinagdee sun hundinuu ka’aniit’ akkasuma ammoo qabeenyi Iraan kan biyyoota gara garaa keessatti qabame Doolaarri Biliyeena 24 ol gadi dhiifameef.
++ Waliigaltee kana dura baha giddu-galeessaa keessa ‘buufanni waraanaa’ US danuu turan. Amma suni hundi naannicha gadi lakkisee sokka.
++ Doolaara Biliyeena 300 oltu Iraaniif kafalama.
++ Sana duras Niwkulara hin hidhanne, ammas hin hidhadhu jette. Garuu akka malaa godhuu hin oolan.
++ Duraan gaaza Iraan irra dhorkitu ture. Amma irraa ka’eera. Akka feetetti gurguratti.
++ Waraanni US fii IsraHELL naannichatti gootu hundu ‘permanent ceasefire’dhaan goolabama.
++ US’n dhimma biyya keessaa Iraan keessa hin seentu.

Warri Farsii kun ni cima yaa!
fans

14/06/2026

Sirna Walharkaa fuudhiinsa Alangee Gadaa Tuulamaa; Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa irraa gara Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa Tufaatti Alangeen darbite jirti. Gadaan Quufaa Gabbina!

Rabbiin (Waaqni) sirna kana nuuf haa eegu.
Gadaan keenya haa dagaagu, nagaan haa babal'atu, tokkummaan haa cimu. Aadaan keenya haa kabajamu, dhaloonni dhufu immoo
Seenaa fi Aadaa haa dhaaluu Cimsseen Hubachiisa

Guyyaa kana jechuun:

Guyyaa gammachuu,

Guyyaa wal kabajuu,

Guyyaa araaraa,

Guyyaa eebbaa fi hojii gaarii itti yaadatamu haa ta'u.

Baga Geessan! Waaqni ummata Oromoo mara nagaa, fayyaa,
badhaadhinaa fi milkaa'inaan haa eebbisu.

Kedir Mertu

14/06/2026

Eenyuun faa beeyta Suuraa asiin gadii keessaa

Photos from Quluu Media's post 12/06/2026

Rabbiin Balaa akka malee namarraa haa qabu.duraa fi Amma! Ilmi namaa rabbiin ofirratti sodaatuu qaba. Gara jabina akkanaa ilma namaa irratti dalaguun rabbiin biratti dilii ykn yakka hamaadha. Maraafuu obboleessa keenya baga rabbiin irraa si hambise.
fans

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Bole Street
Addis Ababa
1000