Siket Bank

Siket Bank

Share

25/05/2026

መልካም የስራ ሳምንት!
የግንቦት 17 ቀን 2018 ዓ.ም የውጪ ምንዛሬ ተመን
ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ስኬት ባንክን ምርጫዎ ያድርጉ!

Torban Hojii Gaarii!
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, kan Caamsaa 17 bara 2018
Tajaajila sharafa alaatiif Baankii Sikkeet filannoo keessan taasisaa!

Photos from Siket Bank's post 23/05/2026

ስኬት ባንክ በደሴ ከተማ ቅርንጫፉን ከፈተ፡፡
************************************************
ተደራሽነቱን እያስፋፋ የሚገኘው ስኬት ባንክ የመቻቻል እና የፍቅር ከተማ በሆነችሁ በደሴ ከተማ የባንኩ ከፍተኛ አመራሮችን ጨምሮ የተለያዩ የመንግስት ስራ ኃላፊዎችና የከተማዋ ነዋሪዎች በተገኙበት የስኬት ባንክ ደሴ ቅርንጫፍ ዛሬ ግንቦት 15 ቀን 2018 ዓ.ም በይፋ አስመርቋል።

ስኬት ባንክ የስኬትዎ መሰረት!

Baankiin Sikkeet damee isa magaalaa ‎Daseetti banuun hojii eegalsiise
************************************************
Dhaqqabummaa isaa babal’isaa kan jiru Baankiin Sikkeet, magaalaa wal-danda'uu fi jaalalaa kan taate magaalaa Daseetti bakka hoggansi olaanoo baankichaa, qondaaltonni mootummaa garaa garaa fi jiraattonni magaalichaa argamanitti guyyaa har’aa Caamsaa 15 bara 2018 ifatti damee isaa banuun ebbisiiseera.

Baankii Sikkeet bu'uura milkaa'ina keessanii

22/05/2026

ጁምዓ ሙባረክ!
በአቅራቢያዎ የሚገኙትን የባንካችን ቅርንጫፎችን በመጎብኘት ስኬት አል-ነጃህ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ተጠቃሚ ይሁኑ።

ስኬት ባንክ የስኬትዎ መሰረት!

Jumaa Mubaarak!
Dameelee baankii keenyaa dhiheenya keessanitti argaman daawwachuun Sikkeet Al-Najahaa tajaajila baankii dhala irraa bilisa ta'e fayyadama.

Baankii Sikkeet bu'uura milkaa'ina keessanii!

20/05/2026

የይለፍ ቃልዎን ደህነት ይጠብቁ!

የስኬት ባንክ ሞባይል ባንኪንግ የምስጢር ቁጥርዎን እና ማንኛውንም ዓይነት የግል የይለፍ ቃል ወይም መሰል መረጃዎችን ለማንም አይስጡ። የባንካችን ሰራተኞች ነን የሚሉ አካላት ቢደውሉልዎት፤ ባንካችን እነዚህን ሚስጥራዊ መረጃዎች በስልክም ሆነ በፅሁፍ መልዕክት በፍፁም እንደማይጠይቅዎት እንገልፃለን።
ማንኛውንም ድጋፍ ካስፈለግዎ በ8342 በነፃ ይደዉሉ፡፡

ስኬት ባንክ የስኬትዎ መሰረት!

Nageenya Jecha-darbii (Password) Keessanii eeggadha!

Lakkoofsa iccitii (PIN) moobaayil baankingii baankii Sikkeet ykn jecha-darbii dhuunfaa keessan kamiyyuu qaama kamiif iyyuu heeruu irraa ofi qusadhaa. Namni kamiyyuu hojjataa baankii keenyaa fakkaachuun yoo lakkoofsa iccitii isin gaafate, baankiin keenya odeeffannoo iccitii akkasii bilbilaan ykn ergaa gabaabaatiin (SMS) gonkumaa kan isin hin gaafanne ta'uu isaa isin beeksifna.
Deeggarsa kamiyyuu yoo barbaaddan lakkoofsa bilbilaa bilisaa 8342 irratti nuuf bilbilaa.

Baankii Sikkeet bu'uura milkaa'ina keessanii!

Want your business to be the top-listed Finance Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Churchill Road, Infront Of Haron Tower
Addis Ababa