Gadisa

Gadisa

Share

24/12/2025
03/12/2025

J A A L A L L I
A.Amantiidha Jabeessi
B.Boqonnaadha Itti Bashannani
C.Carraadha Itti Fayyadami
D.Dhugaadha Jaalladhu
E.Eebbadha Fudhadhu
F.Fedhiidha Itti Hin Dirqamiin
G.Gumaatadha Kaffali
H.Hirphaadha Gargaarami
I.Ifadha Itti Hin Dhoksin
J.Jabaadha Fedhiin Dhiisi
K.Kabajadha Fudhadhu
L.Loladha Mo'adhu
M.Manadha Ijaarradhu
N.Nagaadha Itti Jiraadhu
O.Obsadha Qabaadhu
Q.Quubsaadha Kan Biraa Hin Fedhiin
R.Riqichadha Irraan Cee'i
S.Seenaadha Hin Dagatiin
T.Tilmaamadha Madaali
U.Ulaagaadha Guuttadhu
W.Wareegamadha Of Qopheessi
X.Xaxaadha Keessa Darbi
Y.Yaada Keen Ilaali Jaalala Fudhadhu Kenni.
Gadisa "Single" Keessan👉🚹😝
Fuudha Barbaadeera😁😁
Maatiin Tasggabbaa'a.
"PVZ" Sabni Itti Guutaa.
Madda:Kanan Dubbiseerraa.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa