Kufen Kufu
08/05/2025
Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo , Dhukkabsachuu Artiist Ilaalchisee Gadda isaanitti Dhagahame Ibsuun Deeggarsa Barbaachisuun Bira Dhaabbachuuf qophii tahuu Mirkaneeysan.
Kantiibaa Kadiir Juhaar dhukkubsachuu Artistii Oromoo kana ilaalchisee ergaa gama Miidiyaa Hawaasummaatiin dabarsaniin, Weellisaan Oromoo jaalatamaan Obboleeysi keenya Artiist Kadiir Martuu, dhukkubsachuu isaatti gadda guddaatu natti Dhagahame erga ja'an booda, Adeemsa yaalaa keessatti deeggarsa barbaachisuun isa cinaa dhaabbachuudhaaf qophaawaa tahuu koo ibsaa, Rabbii guddaan dhukkubarraa akka fayyisuun hawwa'' ja'an.
12/02/2025
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
NAJMAANAJMAA