Daniel Amenu page

Daniel Amenu page

Share

29/06/2023
26/06/2023

Safuun kan Waaqayyooti!!

Nama
====SEENAA AJAAYIBAA KANA DUBBISAA===👇👇👇
Maanguddoo hiyyeessa tokkotu guyyaa tokko Baaburaan deema ture. Innis utuu baaburaan deemaa jiruu ol ka'ee dhaabatee Namoota waliin deemu(imaltootaan) "YESUUS NI DHUFA "Jedhe guddisee dubbate...yeroo kana namoota achii keessaa dubartiin tokko Aarii guddaadhaan " GADI TAAHI WAAYEE YESUUS HIN BEEKTUU YESUUS ATI JETTU HIN JIRUYYUUTI"ittiin jette. Innis nahee gadi taahee, ammas waayee dhufaatii yesuus dubbachuu itti fufe..utuu dubbachaa jiruu sagaleen waaqarraa itti dubbatamee "YESUUS DEEBIYEE DHUFA KOTTAA GARA ISAATTI DEEBINEE CUBBUU KEENYA HIMANNEE ISATTI AMANNAA "jedhii ammayyuu dubbadhu ittiin jedhe.yeroo kanatti dubartiin jalqaba nama kanatti dheekkamte kun ammas ol kaatee hiyyeessa kana qabde aariidhaan rukkutte..yeroo kana mucayyoon dubartii kanaa ol kaatee " maanguddoo hiyyeessa kana dhiisi hin rukkutiin isa waaqatuu ergee"jette. Yeroo kana dubartiin kun kaatee miila mucaasheetti kuftee boo'uutti kaate..Yeroo kana Maanguddoon sun nahee "maaliif boossa? "ittiin jedhe dubartii isa rukkutaa turte sanaan..Yeroo kana dubartiin sun akkas jettee maanguddoo kanaaf deebiste "Mucaan koo Duudaa(hin dubbattu) turte Amma Garuu dubbachuu eegalte"jeettee sagalee gammachuun deebisteef... !!
ajaayibaadha..egaa Ya obbolaan koo waan seenaa kanarraa hubannu Haalli baayyee gaarii tahus, tahuu baatus dubbii waaqayyoo dubbachuurraa duubatti deebiyuu hin qabnu.
haala kam keessattu ni waaqeffama..kottaa dubbii dhugaa kana dhalootatti haa dubbannuu inni !!
barreeffama kana Facebook shanitti(5) taasisi second 30 fudhuutii.. barreeffama kan biraayyuu share gochaa oollaa kun dubbii waaqaati..
taasifteen ati hin yaadne jireenyakee haa argatu.
Gaariidha..Atis jedhii godhi

Want your business to be the top-listed Photography Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Finfine Oromia
Addis Ababa