Dhugaa Tube

Dhugaa Tube

Share

31/05/2023

HoE. 2: 28~~❝Karaa gara jireenyaatti geessus na barsiifteetta;anaa wajjin jiraachuu keetiin garaa koo gammachuudhaan in guutta' in jedha.❞
Beekumsi beekumsa hundumaa caalu Yoo jiraate karaa Jireenyaa beeku dha.!

ሐዋ. ሥራ 2:28~~የሕይወትን መንገድ አስታወቅኸኝ፤ ከፊትህ ጋር ደስታን ትሞላብኛለህ።
ከሁሉም የምበልጥ ዕውቀት ብኖር ሕይወት መንገድ ማወቅ ነው።

25/05/2023

Far. 40: 8~~❝yaa Waaqayyoo ko, fedha kee gochuun anatti in tola, seerri kees garaa koo keessa jira” nan jedhe.❞

22/05/2023

Fak. 21: 31~~❝Fardi guyyaa lolaatiif qophaa'aa dha, mo'icha kan namaa kennu garuu Waaqayyoo dha.❞

Barana Piriimarliigiitti kan guddate goolii eegaan Magaala Shaashamannee bifa kanaan Yesusiin kabaje.
Deev Eebbifami.!

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Addis Ababa