Boru Duba
31/03/2026
Jireenyi qormaata obsatu furmaata
20/04/2024
Hararghe picture✌️ Chiro, Oromia
23/06/2023
Dubbii Ajaa'ibaa! 😎
Namni kun Lammii Taanzaaniyaa Yoo tahu abbaa ilmaan hedduu, akkasuma wajjiin Miskiina ture. Albuuda baasuun maatii isaa jiraachisa. Hojii kana waggaa hedduuf hojjachaa ture. Garuu jireenya isaa jijjiiruu osoon tahin nyaataa fi dhugaatii maatii isaa hin gayu ture. Inni ammoo dadhabee hin dhiifne. Rabbi abdatee albuuda kana baasuu itti fufe.
Haala kanaan guyyaa takka albuuda lama Kan akka Taanzaaniyaa tti Qaalii arkate. Albuudni inni arkate kiiloo 15 nitaha. Albuuda kana gurguruuf Magaalaa geeysee dooraala Miliyoona 3.5 tti gurgurate. Rabbiin guyyaa takkatti jiruu isaa jijjiiree, miliyeenara isa godhe. Ajiib!
Click here to claim your Sponsored Listing.