SSGS

SSGS

Share

STOP MILITARIZED IMMIGRATION OPERATIONS IN THE USA 25/02/2026

Stop Militarized immigration operations in The USA

STOP MILITARIZED IMMIGRATION OPERATIONS IN THE USA Across the United States, immigration agents are carrying out widespread human rights violations with impunity, including extrajudicial executions, mass detentions and deportations. Fear grips communities as masked agents have escalated their operations into unchecked violence. Demand US authorities...

15/01/2026

Har'a immoo Dr. LATAA FI GAMMACHUU MAGARSAA wal bukkee qabee tilmaama koo ibsa .
Bara mootummaan Ethiopia pp tv FIB cufsiisuuf shira garagaraa fi holola ana irratti gaggeessa turan warra midiyaa kanaaf falmaa turan ,falmuu qofaa miti beekumsaa fi carraa harkaa qabanitti fayyadamuun maallaqaan midiyaa sana tumsaa warra turan keessa Dr.Lataa Tasfayee nama hangafaa ture . Warra Dr.ofiin jedhanii waamamanii fi doctorummaa isaanii haasaa arrabaa caalaa hawaasaaf bu'aa tokko hin buufne akka Gammachuu Magarsaaf fakkeenya ta'uu nama danda'uu dha Dr.Lataan garee haayyota oromoof utuu bu'aa buusanii wareegaman kunneen akka Hayilee Fidaa faa ,Baaroo Tumsaa , General Waqoo Guutuu,Tadcasee Birruu,Jaal Nagasaa Wagii fi kunneen biroo jelatti nama ramadamuudha malee akka Gammachuu Magarsaa faa warra umurii isaanii guutuu bideena ittiin nyaachuu fi Oromoo biratti ittiin jaal'atamuuf arraba mi'eeffachuun maqaa fi haasaa Oromummaa fayyadamuun ittiin jiraachaa turan jelatti nama ramadamu miti.
Gammachuu Magarsaa Oromoof bu'aa buuseera jechuun warri wacaa jirtanii fi waa'ee isaatiin nama arrabsuuf yaaltan immoo Gammachuun oromoof kana buuseera jedhaa waan inni hojjete tarreessaa nasobsiisaa Namni kamuu nama fedhe akka itti fakkaatetti arrabsuu fi qeequuf mirga qaba . Yoo na arrabsaa ooltanii bultanas waa iitessuus malaasuus hin dandeessan , waa natti hir'isuuf ykn dabaluuf hin dandeessan Gammachuu Magarsaa isiniIf haayyuu dha malee anaaf garuu raatuu dha .
RIP Dr. , Lataa Tasfayee , Yeroo lubbuun jirtutti haala hamaa keessa teessee waan uummata keef gumaachitee fi seenaan barabaraan siyaadata .

Want your practice to be the top-listed Law Practice in Belfast?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Belfast