Firehiwot Debele Robi
Har'a Jumaadha.
ji'oota muraasa dura hojiif Harargeen ture. Jimaataa jimaataa magaaloota Harargee keessa jiruu baayyee namatti tola. Ganama hunduu hojiidhaaf arifata. Sa'aatii 5:30 boodaa hunduu dhiqatee uffatasaa uffatee gara Masgiidatti yaa'a. Hanga sa'aatii 7:30 magaalii hunduu nii calliisa. Sagalee Imaamoota Masgiida hundarraa dhagahama. Salaata booda hunduu gara manaa galee Jimaa isaa qabatee du'aayii goodha. waluumaa galattii Jumaan Harargeetti baayyee namatti tola. Aniis ergasii jimaata hirribarraa yemmuum dammaquu gammadaan ka'a. Yaa Rabbii Jumaa gaarii nuuf godhii jechaa Rabbiin kadhachaa.
Jumaa Mabruuk!
Click here to claim your Sponsored Listing.