Dachaas yusuf

Dachaas yusuf

Share

12/06/2025

Jaartii gaarii ❤️
Beekaa barnootaa herregaa, mathematics keessatti concept Algebra tiin Kan beekkamu Abuu Ja'afar Al-khawaarzimii (Algorithm) "bifa herregaatiin dubartii gaarii jachuun maal Akka taate nutti himi" isaan ja'ame. Hoggaa kana inniis

Dubartiin waa afur Yoo qabaatte filatamtuudha.
1. Diin qabaachuu,
2. Miidhagina,
3. Naamusa/kabajaa,
4. Qabeenya.

Dubartiin Diin qabdu Akka lakkoofsa 1 ti.
Dubartii + Diin = 1

Yoo miidhagina qabaatte 0 takka dabalatte.
Dubartii + Diin + Miidhagina = 10

Yoo naamusa qabaatte 0 biraa dabalatte.
Dubartii + Diin + Miidhagina + naamusa = 100

Yoo qabeenya qabaatte 0 biraa dabalatte.
Dubartii + Diin+ Miidhagina + naamusa + qabeenya= 1000.

Garuu Yoo Diin dhabde waa hunda qabaattuus bu'aa hin qabdu. Sababni zeeroon mataa isiitti hiika hin qabdu. Kanaaf tan Diin qabdu filadhaa ja'e.

Rasuul ﷺ "intala Diin qabdu filadhu" eega ja'e booda Nama dide abaare.

Intala waa kanneen cufa qabdu Rabbi carraa keenya haa godhu!

Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Dachaasyusuf@gmail. Com
Addis Ababa
DACHAAS